Mulʼata 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Maleekaa gumii Lodooqiyaatiif+ akkana jedhii barreessi: Inni Ameen+ jedhamu, dhugaa baatuu+ amanamaa fi dhugaa+ taʼe, inni uumama Waaqayyoo keessaa isa jalqabaa taʼe+ akkana jedha: Mulʼata 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+
14 “Maleekaa gumii Lodooqiyaatiif+ akkana jedhii barreessi: Inni Ameen+ jedhamu, dhugaa baatuu+ amanamaa fi dhugaa+ taʼe, inni uumama Waaqayyoo keessaa isa jalqabaa taʼe+ akkana jedha:
11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+