LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 47:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Haa taʼu malee, wantoonni kun lamaan guyyuma tokkotti akka tasaa si irra gaʼu:+

      Ijoolleen kee ni duʼu, atis dubartii abbaan manaa irraa duʼe ni taata.

      Falfala hedduu fi dawweessaa raawwatte hundumaatiin kan kaʼe,*+

      Balaawwan kun humna guddaadhaan sitti dhufu.+

  • Galaatiyaa 5:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Hojiiwwan foonii ifatti mulʼatu: Isaanis halalummaa,*+ xuraaʼummaa, addaggummaa,*+ 20 waaqolii tolfamoo waaqeffachuu, gocha hafuurota hamoo raawwachuu,*+ diinummaa, lola, hinaaffaa, aariidhaan finiinuu, gargar baʼuu, wal qoqqooduu, garee amantii uumuu,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi