Faarfannaa 134:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 134 Isin tajaajiltoonni Yihowaa hundi,+Isin warri halkan mana Yihowaa keessa dhaabbattan,Yihowaa jajadhaa.+ Faarfannaa 135:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 135 Yaahiin jajadhaa!* Maqaa Yihowaa jajadhaa;Isin tajaajiltoonni Yihowaa,+
134 Isin tajaajiltoonni Yihowaa hundi,+Isin warri halkan mana Yihowaa keessa dhaabbattan,Yihowaa jajadhaa.+