LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 15:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Haa taʼu malee, hundi isaanii dabaree isaaniitiin duʼaa kaafamu: Inni jalqabaa* Kiristoosi;+ achiis yeroo inni argamutti warra kan Kiristoos taʼantu kaafama.+

  • 1 Qorontos 15:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 malakanni inni dhumaa yeroo afuufamu, yeruma sana, liphsuu ijaatiin ni jijjiiramna. Sababiin isaas, malakanni ni afuufama,+ warri duʼan kan hin tortorre taʼanii kaafamu, nutis ni jijjiiramna.

  • Filiphisiyus 3:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kaayyoon koo, isaa fi humna duʼaa kaʼuu+ isaa beekuu, akkasumas duʼa akka isaa duʼuuf of kennuudhaan+ dhiphina isaa irraa hirmaachuu dha;+ 11 kana malees yoo naa dandaʼame, duʼaa kaʼuu isa jalqabaa argachuu akkan dandaʼu ilaaluu dha.+

  • 1 Tasalonqee 4:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi