-
Keessa Deebii 4:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ajajawwan Waaqa keessan Yihowaa isa ani isin ajaju kana akka eegdaniif, dubbii ani isin ajaju kana irratti homaa hin dabalinaa; isa irraas hin hirʼisinaa.+
-
-
Galaatiyaa 1:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Taʼus, nu keessaa namni tokko yookiin maleekaan samii irraa dhufe tokko misiraachoo nuti isiniif lallabne irraa adda taʼe yoo isiniif lallabe, abaaramaa haa taʼu.
-