LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Maleekota torban dhaʼichawwan torba qabatan (1-8)

        • Faarfannaa Musee fi Hoolichaa (3, 4)

Mulʼata 15:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:1
  • +Mul 16:17

Mulʼata 15:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 7:23; Mul 4:6
  • +Mul 13:15
  • +Mul 13:18
  • +Mul 2:7

Mulʼata 15:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:1; Kes 31:30
  • +Yoh 1:29
  • +Bau 6:3
  • +Bau 15:11; Fr 111:2; 139:14
  • +Er 10:10; 1Xi 1:17
  • +Kes 32:4; Fr 145:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 13

    Nu Barsiisa, ful. 13-14

Mulʼata 15:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:6, 7
  • +Fr 86:9; Mil 1:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 339

Mulʼata 15:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 7:44; Ibr 8:1, 2; 9:11
  • +Mul 11:19

Mulʼata 15:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 15:1

Mulʼata 15:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 75:8; Er 25:15; Mul 14:9, 10

Mulʼata 15:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 40:34, 35; 1Mo 8:10, 11; Isa 6:4; His 44:4
  • +Mul 15:1

Yaada Wal Simu

Mul. 15:1Mul 16:1
Mul. 15:1Mul 16:17
Mul. 15:21Mo 7:23; Mul 4:6
Mul. 15:2Mul 13:15
Mul. 15:2Mul 13:18
Mul. 15:2Mul 2:7
Mul. 15:3Bau 15:1; Kes 31:30
Mul. 15:3Yoh 1:29
Mul. 15:3Bau 6:3
Mul. 15:3Bau 15:11; Fr 111:2; 139:14
Mul. 15:3Er 10:10; 1Xi 1:17
Mul. 15:3Kes 32:4; Fr 145:17
Mul. 15:4Er 10:6, 7
Mul. 15:4Fr 86:9; Mil 1:11
Mul. 15:5HoE 7:44; Ibr 8:1, 2; 9:11
Mul. 15:5Mul 11:19
Mul. 15:6Mul 15:1
Mul. 15:7Fr 75:8; Er 25:15; Mul 14:9, 10
Mul. 15:8Bau 40:34, 35; 1Mo 8:10, 11; Isa 6:4; His 44:4
Mul. 15:8Mul 15:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 15:1-8

Mulʼata Yohaannis

15 Ani mallattoo kan biraa guddaa fi dinqisiisaa taʼe samii keessatti nan arge, maleekonni torba+ dhaʼichawwan torba qabatanii turan. Dheekkamsi Waaqayyoo isaaniin waan xumuramuuf, dhaʼichawwan kun warra dhumaa ti.+

2 Wanta galaana burcuqqoo+ ibiddaan makame fakkaatu tokkos nan arge; warri bineensicha, bifa fakkeenyaa+ isaa fi lakkoofsa maqaa isaa+ injifatan+ baganaawwan Waaqayyoo qabatanii galaana burcuqqoo sana bira dhaabbatanii turan. 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

“Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+ 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+

5 Kana booda nan arge, iddoo qulqulluun dunkaana ragaa baatuu+ samii keessatti banamee ture;+ 6 maleekonni torban dhaʼichawwan torba+ qabatan sunis uffata quncee talbaa qulqulluu taʼee fi calaqqisu uffatanii, qoma isaaniitti immoo sabbata warqii hidhatanii iddoo qulqulluu sana keessaa baʼan. 7 Uumamawwan jiraatoo arfan sana keessaa inni tokko saaniiwwan warqii dheekkamsa Waaqa+ isa baraa hamma bara baraatti jiraatuun guutaman torba maleekota torban sanatti kenne. 8 Ulfina Waaqayyoo+ fi humna isaatiin kan kaʼe iddoon qulqulluun sun aaraan guutame; hamma dhaʼichawwan torban+ maleekota torban sanaa xumuramanitti eenyu iyyuu iddoo qulqulluu sanatti seenuu hin dandeenye.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi