1 Mootota 7:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Achiis sibiila baqfameen Galaanicha* ni hojjete.+ Bocni isaa geengoo ture; afaan isaa gar tokkoo hamma gara isa kaaniitti dhundhuma 10 yeroo taʼu, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 5 ture; naannoon isaa wadaroo safaraatiin dhundhuma 30 ture.+ Mulʼata 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Teessicha dura wanti akka kiristaalii taʼee fi galaana+ burcuqqoo fakkaatu tokko jira ture. Gidduu teessichaa* fi naannoo teessichaa uumamawwan jiraatoon+ fuulduraa fi duubaan ijaan guutaman afur jiru turan.
23 Achiis sibiila baqfameen Galaanicha* ni hojjete.+ Bocni isaa geengoo ture; afaan isaa gar tokkoo hamma gara isa kaaniitti dhundhuma 10 yeroo taʼu, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 5 ture; naannoon isaa wadaroo safaraatiin dhundhuma 30 ture.+
6 Teessicha dura wanti akka kiristaalii taʼee fi galaana+ burcuqqoo fakkaatu tokko jira ture. Gidduu teessichaa* fi naannoo teessichaa uumamawwan jiraatoon+ fuulduraa fi duubaan ijaan guutaman afur jiru turan.