LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Murtii “Baabilon Guddittii” irratti dabarfame (1-18)

        • Sagaagaltuu guddittii bineensa diimaa irra teesse (1-3)

        • Bineensichi “jira ture, amma hin jiru, booda garuu qilee keessaa ni baʼa” (8)

        • Gaanfonni kurnan Hoolicha ni lolu (12-14)

        • Gaanfonni kurnan sagaagaltuu sana ni jibbu (16, 17)

Mulʼata 17:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:1
  • +Er 51:13; Mul 17:15; 19:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2019, ful. 10-11

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 163

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 220

Mulʼata 17:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 4:4; Mul 18:9
  • +Er 51:7; Mul 14:8; 18:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 220

Mulʼata 17:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 17

Mulʼata 17:4

Miiljaleewwan

  • *

    Dhagaa gatii guddaa qabuu fi qaama qurxummii tokko tokko keessaa argamu.

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 16:19
  • +Mul 18:11, 12, 19

Mulʼata 17:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 19:2
  • +Mul 18:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 94

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 163-164

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2008, ful. 9

Mulʼata 17:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 6:9; 18:24; 19:2

Mulʼata 17:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:5
  • +Mul 17:3

Mulʼata 17:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 20:1
  • +Bau 32:32; Fr 69:28; Flp 4:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 100

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

Mulʼata 17:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 100

Mulʼata 17:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 9-10

Mulʼata 17:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 5

    5/2022, ful. 10

Mulʼata 17:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:29; Mul 5:6
  • +Mat 28:18; HoE 2:36; 1Xi 6:15
  • +Mul 19:11, 15
  • +Rom 16:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 26

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 19

    6/15/2012, ful. 18

    1/1/2007, ful. 29

Mulʼata 17:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 57:20; Er 51:13

Mulʼata 17:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:12
  • +Mul 17:8
  • +Mul 17:7
  • +Lew 21:9; Mul 18:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 11-14

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2019, ful. 10-11

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 15-16

    6/15/2012, ful. 18

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 251-254

Mulʼata 17:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:19, 20; Fak 21:1
  • +Mul 17:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 11-14

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 14-15

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2012, ful. 5

    6/15/2012, ful. 18

Mulʼata 17:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 219-220

Yaada Wal Simu

Mul. 17:1Mul 16:1
Mul. 17:1Er 51:13; Mul 17:15; 19:2
Mul. 17:2Yaq 4:4; Mul 18:9
Mul. 17:2Er 51:7; Mul 14:8; 18:3
Mul. 17:4Luq 16:19
Mul. 17:4Mul 18:11, 12, 19
Mul. 17:5Mul 19:2
Mul. 17:5Mul 18:5
Mul. 17:6Mul 6:9; 18:24; 19:2
Mul. 17:7Mul 17:5
Mul. 17:7Mul 17:3
Mul. 17:8Mul 20:1
Mul. 17:8Bau 32:32; Fr 69:28; Flp 4:3
Mul. 17:9Mul 17:7
Mul. 17:11Mul 17:8
Mul. 17:14Yoh 1:29; Mul 5:6
Mul. 17:14Mat 28:18; HoE 2:36; 1Xi 6:15
Mul. 17:14Mul 19:11, 15
Mul. 17:14Rom 16:20
Mul. 17:15Isa 57:20; Er 51:13
Mul. 17:16Mul 17:12
Mul. 17:16Mul 17:8
Mul. 17:16Mul 17:7
Mul. 17:16Lew 21:9; Mul 18:8
Mul. 17:17Iya 11:19, 20; Fak 21:1
Mul. 17:17Mul 17:12
Mul. 17:18Mul 17:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 17:1-18

Mulʼata Yohaannis

17 Maleekota torban saaniiwwan torba qaban sana keessaa inni tokko+ dhufee akkana naan jedhe: “Kottu, murtii sagaagaltuu guddittii bishaanota hedduu irra teessu sana irratti dabarfame sitti nan argisiisa;+ 2 mootonni lafaa ishii wajjin halalummaa*+ raawwataniiru; jiraattonni lafa irraas daadhii wayinii halalummaa* ishiitiin machaaʼaniiru.”+

3 Inni humna hafuuraatiin gara lafa onaatti na geesse. Anis dubartiin takka bineensa diimaa, maqaawwan Waaqa arrabsaniin guutame, mataa torbaa fi gaanfa kudhan qabu irra teessee nan arge. 4 Dubartittiin uffata bifa dhiilgee+ fi diimaa uffattee, warqii, dhagaa gatii guddaa qabuu fi calleedhaan*+ miidhagfamtee, akkasumas xoofoo warqii wantoota balfamoo fi wantoota xuraaʼoo halalummaa* ishiitiin guutame harkatti qabattee turte. 5 Adda ishii irrattis maqaan iccitii, “Baabilon Guddittii, haadha sagaagaltootaa+ fi wantoota balfamoo lafa irraa”+ jedhu barreeffamee ture. 6 Anis dubartittiin dhiiga qulqullootaa fi dhiiga dhugaa baatota Yesuusiin machooftee nan arge.+

Yommuun ishii argus baayʼeen ajaaʼibsiifadhe. 7 Kanaafuu, maleekichi akkana naan jedhe: “Ati maaliif ajaaʼibsiifatte? Iccitii dubartittii+ fi iccitii bineensa ishii baate, isa mataa torbaa fi gaanfa kudhan qabu+ sanaa sitti nan hima: 8 Bineensi ati argite sun jira ture, amma hin jiru, booda garuu qilee+ keessaa ni baʼa, gara badiisaattis ni deema. Namoonni lafa irra jiraatanii fi erga addunyaan hundeeffamee jalqabee maqaan isaanii maraa kitaaba jireenyaa keessatti hin barreeffamne,+ bineensicha isa duraan ture, amma hin jirree fi booda garuu dhufuuf jiru sana yommuu argan ni ajaaʼibsiifatu.

9 “Egaa sammuun ogummaa qabu kan barbaachisu kana irratti: Mataawwan torban+ gaarota torban dubartittiin irra teessu argisiisu. 10 Isaan mootota torba argisiisu: Shanan isaanii kufaniiru, tokko jira, inni kan biraan garuu amma iyyuu hin dhufne; yommuu dhufus yeroo gabaabaadhaaf turuu qaba. 11 Bineensi inni duraan turee fi amma garuu hin jirre sun,+ mootii saddeettaffaa dha; taʼus, inni warra torban keessaa baʼa, gara badiisaattis ni deema.

12 “Gaanfonni kurnan ati argite mootota kurnan warra amma iyyuu mootummaa hin fudhanne argisiisu; haa taʼu malee, isaan bineensichaa wajjin aangoo fudhatanii saʼaatii tokkoof mootota taʼu. 13 Warri kun yaada tokko waan qabaniif, humnaa fi aangoo isaanii bineensichaaf ni kennu. 14 Isaan Hoolichaa+ wajjin wal lolu; taʼus Hoolichi Gooftaa gooftotaa fi Mootii moototaa+ waan taʼeef isaan injifata.+ Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taʼanis ni injifatu.”+

15 Innis akkana naan jedhe: “Bishaanonni sagaagaltuun sun irra teessee fi ati argite, namoota, uummata hedduu, sabootaa fi qooqawwan argisiisu.+ 16 Gaanfonni kurnan+ ati argitee fi bineensichi+ sagaagaltuu+ sana ni jibbu, ishii ni saamu, qullaatti ishii hambisu, foon ishii ni nyaatu, akkasumas guutummaatti ibiddaan ishii gubu.+ 17 Sababiin isaas, Waaqayyo hamma dubbiin isaa raawwatamutti yaada isaa akka raawwataniif,+ eeyyee, mootummaa isaanii bineensichaaf+ kennuudhaan yaada tokkicha qaban sana akka raawwataniif, kana garaa isaanii keessa kaaʼeera. 18 Dubartiin+ ati argite magaalaa guddittii ishii mootota lafaa irratti mootummaa qabdu argisiisti.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi