LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Maleekaa jabaa maraa kitaabaa xinnoo qabate (1-7)

        • “Kana booda lafa irra harkisuun hin jiru” (6)

        • Iccitii qulqulluun ni raawwatama (7)

      • Yohaannis maraa kitaabaa xinnoo sana ni nyaate (8-11)

Mulʼata 10:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maratee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 17:1, 2

Mulʼata 10:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 5:5
  • +Bau 19:16; Mul 4:5; 11:19

Mulʼata 10:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 10:8

Mulʼata 10:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 90:2; Mul 4:9
  • +Bau 20:11; Nah 9:6; Fr 146:6

Mulʼata 10:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 8:6
  • +Mul 11:15
  • +Mar 4:11
  • +Amo 3:7

Mulʼata 10:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 10:4
  • +Mul 10:1, 2

Mulʼata 10:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 3

Mulʼata 10:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 15:16
  • +Fr 119:103; His 3:1-3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 3

Yaada Wal Simu

Mul. 10:1Mat 17:1, 2
Mul. 10:3Mul 5:5
Mul. 10:3Bau 19:16; Mul 4:5; 11:19
Mul. 10:4Mul 10:8
Mul. 10:6Fr 90:2; Mul 4:9
Mul. 10:6Bau 20:11; Nah 9:6; Fr 146:6
Mul. 10:7Mul 8:6
Mul. 10:7Mul 11:15
Mul. 10:7Mar 4:11
Mul. 10:7Amo 3:7
Mul. 10:8Mul 10:4
Mul. 10:8Mul 10:1, 2
Mul. 10:9His 2:8
Mul. 10:10Er 15:16
Mul. 10:10Fr 119:103; His 3:1-3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 10:1-11

Mulʼata Yohaannis

10 Maleekaa jabaan kan biraan tokko duumessa uffatee* utuu samii irraa gad buʼuu nan arge; mataa isaa irra sabbanni waaqaa jira ture, fuulli isaa aduu fakkaata,+ miilli isaas utubaa ibiddaa fakkaata ture; 2 inni maraa kitaabaa hiikamee jiruu fi xinnoo taʼe harka isaatti qabatee ture. Akkasumas miila isaa mirgaatiin galaana irra, miila isaa bitaatiin immoo lafa gogaa irra ejjete; 3 akka leenca barooduuttis sagalee guddaadhaan ni iyye.+ Yeroo inni iyyus sagaleewwan kakawwee+ torban sanaa ni dubbatan.

4 Anis yommuu kakawween torban sun dubbatan barreessuufan kaʼe; haa taʼu malee, samii keessaa+ sagaleen tokko, “Wantoota kakawween torban sun dubbatan chaappaadhaan cufi malee hin barreessin” yommuu jedhu nan dhagaʼe. 5 Maleekaan ani galaanaa fi lafa irra dhaabbatee arge sun harka isaa mirgaa gara samiitti ol kaase; 6 achiis isa baraa hamma bara baraatti jiraatu,+ isa samii fi wantoota achi keessa jiran, lafaa fi wantoota achi keessa jiran, akkasumas galaanaa fi wantoota achi keessa jiran uume+ sanaan kakatee akkana jedhe: “Kana booda lafa irra harkisuun hin jiru. 7 Kanaa mannaa, guyyoota maleekaan torbaffaan+ malakata isaa afuufuuf jedhutti,+ iccitii qulqulluun+ Waaqayyo garboota isaa warra raajota+ taʼaniif akka misiraachootti labse ni raawwatama.”

8 Ammas samii keessaa+ sagalee, “Dhaqi, maleekaa isa galaanaa fi lafa gogaa irra dhaabbate sana harkaa maraa kitaabaa hiikame sana fuudhi” jedhee natti dubbatu nan dhagaʼe.+ 9 Anis gara maleekaa sanaa dhaqeen maraa kitaabaa xinnoo sana akka anaaf kennu gaafadhe. Innis, “Fudhadhuu nyaadhu;+ inni garaa kee ni hadheessa, afaan kee keessatti garuu akka dammaa miʼaawa” naan jedhe. 10 Anis maraa kitaabaa xinnoo sana maleekaa sana harkaa fuudhee nan nyaadhe;+ inni afaan koo keessatti akka dammaa miʼaawaa taʼe,+ ergan nyaadhee booda garuu garaan koo hadhaaʼaa taʼe. 11 Sagalee, “Namoota, saboota, qooqawwanii fi mootota hedduu ilaalchisee ammas raajii dubbachuu qabda” jedhus nan dhagaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi