LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Jaalala isa karaa hundumaa irra caalu (1-13)

1 Qorontos 13:1

Miiljaleewwan

  • *

    Siimbaaliin meeshaa muuziqaa sibiila irraa hojjetamuu fi yeroo walitti rukutamu sagalee guddaa dhageessisu dha.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 361-362

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2015, ful. 4

1 Qorontos 13:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bakka tokkoo buqqisee bakka biraa dhaabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 12:8
  • +1Yo 4:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 361-362

1 Qorontos 13:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 6:2
  • +2Qo 9:7

1 Qorontos 13:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:8
  • +1Ta 5:14
  • +Rom 13:10; Efe 4:32
  • +Gal 5:26
  • +1Ph 5:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 189-190

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 195

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 363, 366-367

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 20

1 Qorontos 13:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “addaggummaa.”

  • *

    Ykn., “Balleessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 13:13; 1Qo 14:40
  • +1Qo 10:24; Flp 2:4
  • +Mat 5:39; Yaq 1:19
  • +Efe 4:32; Qol 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 191-197

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 367-369

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 20-21

1 Qorontos 13:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 364, 369

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 20-21

1 Qorontos 13:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 4:8
  • +HoE 17:11
  • +Rom 8:25; 12:12
  • +1Ta 1:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 197-199

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 364-366

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 21

    12/15/2009, ful. 27-28

1 Qorontos 13:8

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, dinqiidhaan qooqa gara biraa dubbachuu.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 369-371

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 21

    12/15/2009, ful. 27-28

1 Qorontos 13:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:18

1 Qorontos 13:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/1/2007, ful. 19-20

1 Qorontos 13:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bifa adda baafachuun rakkisu.”

1 Qorontos 13:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 22:37; Rom 13:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2023, ful. 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2016, ful. 30

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 27

    Maatii, ful. 28-29

Yaada Wal Simu

1Qor. 13:21Qo 12:8
1Qor. 13:21Yo 4:20
1Qor. 13:3Mat 6:2
1Qor. 13:32Qo 9:7
1Qor. 13:41Yo 4:8
1Qor. 13:41Ta 5:14
1Qor. 13:4Rom 13:10; Efe 4:32
1Qor. 13:4Gal 5:26
1Qor. 13:41Ph 5:5
1Qor. 13:5Rom 13:13; 1Qo 14:40
1Qor. 13:51Qo 10:24; Flp 2:4
1Qor. 13:5Mat 5:39; Yaq 1:19
1Qor. 13:5Efe 4:32; Qol 3:13
1Qor. 13:6Rom 12:9
1Qor. 13:71Ph 4:8
1Qor. 13:7HoE 17:11
1Qor. 13:7Rom 8:25; 12:12
1Qor. 13:71Ta 1:3
1Qor. 13:9Fak 4:18
1Qor. 13:13Mat 22:37; Rom 13:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 13:1-13

Qorontos Tokkoffaa

13 Qooqa namootaa fi qooqa maleekotaatiin yoon dubbadhe illee, jaalala hin qabu taanaan akka sibiila iyyuu yookiin akka siimbaalii* walitti rukutamuu nan taʼa. 2 Kennaa raajii dubbachuu yoon qabaadhe, iccitii qulqulluu hunda yoon hubadhe, beekumsa hunda yoon qabaadhee+ fi amantii gaarota iddoo isaaniitii sochoosu* yoon qabaadhe illee, jaalala hin qabu taanaan ani gatii hin qabu.+ 3 Warra kaan sooruuf qabeenya koo hunda yoon kennee+ fi akkan ittiin boonuufis qaama koo dabarsee yoon kenne illee jaalala hin qabu taanaan,+ faayidaa tokko illee hin argadhu.

4 Jaalalli+ ni obsa,+ gaarummaas ni argisiisa.+ Jaalalli hin hinaafu.+ Jaalalli of hin jaju, of hin bokoksu,+ 5 amala naamusaan ala taʼe* hin argisiisu,+ faayidaa mataa isaa qofa hin barbaadu,+ hin aaru.+ Miidhaa isa irra gaʼe* galmeessee hin qabatu.+ 6 Jalʼinatti hin gammadu,+ kanaa mannaa dhugaa wajjin gammada. 7 Waan hundumaa dandaʼa,+ waan hundumaa amana,+ waan hundumaa abdata,+ waan hundumaa dandamata.+

8 Jaalalli matumaa hin badu. Haa taʼu malee, kennaan raajii dubbachuu ni hafa; qooqa biraadhaan dubbachuun* ni dhaabbata; beekumsas yoo taʼe ni hafa. 9 Sababiin isaas, beekumsi nuti qabnu guutuu miti,+ raajiin dubbannus guutuu miti; 10 wanti guutuu taʼe yommuu dhufu garuu, wanti guutuu hin taane ni hafa. 11 Yeroon ijoollee turetti, akka ijoolleetti nan dubbadha, akka ijoolleetti nan yaada, akka ijoolleetti nan xiinxalan ture; amma garuu nama guddaa waanan taʼeef, amala ijoollummaa dhiiseera. 12 Amma daawwitii sibiilaatiin bifa dimimmisaaʼu* argina, yeroo sana garuu fuulaa fuulatti argina. Amma beekumsa guutuu hin qabu, yeroo sana garuu akkuma Waaqayyo guutummaatti na beeku, anis beekumsa guutuu nan qabaadha. 13 Haa taʼu malee, wantoonni sadan kun yeroo hundumaa jiraatu; isaanis amantii, abdii fi jaalala; isaan keessaa inni caalu garuu jaalala.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi