LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 120
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Nama biyya ormaa nagaa hawwu

        • ‘Arraba gowwoomsu irraa na oolchi’ (2)

        • “Ani nagaadhaaf dhaabbadheera” (7)

Faarfannaa 120:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 120:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:6
  • +Fr 50:15; Yon 2:1, 2

Faarfannaa 120:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Faarfannaa 120:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Maal siif dabala?”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:22

Faarfannaa 120:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:13
  • +Fr 140:10

Faarfannaa 120:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 10:2
  • +Er 49:28

Faarfannaa 120:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:4

Yaada Wal Simu

Far. 120:1Fr 18:6
Far. 120:1Fr 50:15; Yon 2:1, 2
Far. 120:3Fak 12:22
Far. 120:4Fr 7:13
Far. 120:4Fr 140:10
Far. 120:5Uma 10:2
Far. 120:5Er 49:28
Far. 120:6Fr 57:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 120:1-7

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu.*

120 Yeroo dhiphina kootti Yihowaa nan waammadhe,+

Innis deebii naaf kenne.+

 2 Yaa Yihowaa, afaan sobu irraa,

Arraba gowwoomsu irraas na* oolchi.

 3 Yaa arraba gowwoomsitu nana,

Inni maal si godha? Akkamitti si adaba?*+

 4 Xiyya qaramaa+ loltuutiin,

Barbadaa+ muka dhandhansaatiinis si adaba.

 5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo!

Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera.

 6 Warra nagaa jibbanii wajjin

Bara dheeraa jiraadheera.+

 7 Ani nagaadhaaf dhaabbadheera, yommuun dubbadhu garuu,

Isaan waraanaaf kaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi