LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hoseʼaa

      • Kadhannaa gara Yihowaatti deebiʼuuf dhihaate (1-3)

        • Jajannaa afaanii dhiheessuu (2)

      • Israaʼel waan fayyifameef amanamummaa isaa hin dhiisu (4-9)

Hoseʼaa 14:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 30:6; Isa 55:6, 7; Hos 12:6; Yoe 2:12, 13

Hoseʼaa 14:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Nutis jiboota hidhii keenyaa ni dhiheessina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 7:18
  • +Ibr 13:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    10/2017, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2011, ful. 16

Hoseʼaa 14:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 5:13
  • +Isa 31:1
  • +Kes 10:17, 18

Hoseʼaa 14:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:3; Isa 57:18
  • +Isa 12:1
  • +Sef 3:17

Hoseʼaa 14:6

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuun muka ejersaa Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame firii ejersaa zayitiin irraa argamu kan godhatu dha.

Hoseʼaa 14:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yaadannoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 8:12

Hoseʼaa 14:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 14:3
  • +Er 31:18

Hoseʼaa 14:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4

Yaada Wal Simu

Hos. 14:12Se 30:6; Isa 55:6, 7; Hos 12:6; Yoe 2:12, 13
Hos. 14:2Mik 7:18
Hos. 14:2Ibr 13:15
Hos. 14:3Hos 5:13
Hos. 14:3Isa 31:1
Hos. 14:3Kes 10:17, 18
Hos. 14:4Fr 103:3; Isa 57:18
Hos. 14:4Isa 12:1
Hos. 14:4Sef 3:17
Hos. 14:7Zak 8:12
Hos. 14:8Hos 14:3
Hos. 14:8Er 31:18
Hos. 14:9Kes 32:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hoseʼaa 14:1-9

Hoseʼaa

14 “Yaa Israaʼel, gara Waaqa kee Yihowaatti deebiʼi,+

Ati balleessaa keetiin kan kaʼe gufatteetta.

 2 Gara Yihowaatti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa:

‘Balleessaa keenya nuuf dhiisi,+ wanta gaarii siif dhiheessinus fudhadhu,

Akkuma jibicha aarsaa goonee dhiheessinutti jajannaa afaan keenyaa siif ni dhiheessina.*+

 3 Asoor nu hin oolchu.+

Nuti fardeen hin gulufnu,+

Kana boodas hojii harka keenyaatiin, “Yaa Waaqa keenya!” hin jennu,

Sababiin isaas, ati mucaa abbaa hin qabnetti gara laafina ni argisiista.’+

 4 Ani isaan nan fayyisa, isaanis kana booda amanamummaa isaanii hin dhiisan.+

Dheekkamsi koo waan isaan irraa deebiʼeef,+

Ani fedhii kootiin isaan nan jaalladha.+

 5 Ani Israaʼeliif akka fixeensaa nan taʼa;

Inni akka abaabootti ni daraara,

Akka muka Libaanonitti hidda isaa gad ni fageeffata.

 6 Latiiwwan isaa ni dagaagu,

Bareedinni isaa akka kan muka ejersaa,*

Urgaan isaas akka urgaa muka Libaanon ni taʼa.

 7 Isaan ammas deebiʼanii gaaddisa isaa jala ni jiraatu.

Isaan midhaan ni biqilchu, akkuma muka wayiniis ni latu.+

Beekamtiin* isaa akkuma daadhii wayinii Libaanon ni taʼa.

 8 Efreem, ‘Kana booda waaqolii tolfamoo irraa maalan qaba?’+ jedha.

Ani deebii isaaf nan kenna, eegumsas isaaf nan godha.+

Akka muka birbirsaa lalisaa jiruu nan taʼa.

Firiin kee ana irraa ni argama.”

 9 Ogeessi eenyu? Inni wantoota kana haa hubatu.

Hubataan eenyu? Inni wantoota kana haa beeku.

Daandiiwwan Yihowaa qajeeloo dha,+

Namoonni qajeeloon isaan irra ni deemu;

Warri balleessaa raawwatan garuu isaan irratti ni gufatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi