LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Halalummaa raawwatame tokko (1-5)

      • Raacitii xinnoon guutummaa bukichaa bukeessa (6-8)

      • Namni hamaan gumiidhaa baafamuu qaba (9-13)

1 Qorontos 5:1

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Kal., “fudhate.” Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:3
  • +Lew 18:8

1 Qorontos 5:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 7:9
  • +1Qo 5:13; 2Yo 10

1 Qorontos 5:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:8
  • +1Xi 1:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2012, ful. 22

    7/15/2008, ful. 27

    12/1/2006, ful. 11

1 Qorontos 5:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 15:33; Gal 5:9; 2Xi 2:16, 17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

1 Qorontos 5:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:29
  • +1Ph 1:19, 20; Mul 5:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    4/2018, ful. 2

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2013, ful. 19

1 Qorontos 5:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:7

1 Qorontos 5:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa jechootaa ilaali, “Halalummaa.”

1 Qorontos 5:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali, “Halalummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 2:17
  • +Yoh 17:15

1 Qorontos 5:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali, “Halalummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:5
  • +Kes 21:20, 21; 1Ph 4:3
  • +1Qo 6:9, 10; Gal 5:19-21
  • +Lak 16:25, 26; Rom 16:17; 2Yo 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 58

1 Qorontos 5:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2021, ful. 6

1 Qorontos 5:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 12:14
  • +Uma 3:23, 24; Kes 17:7; Tit 3:10; 2Yo 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2021, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 30

Yaada Wal Simu

1Qor. 5:1Efe 5:3
1Qor. 5:1Lew 18:8
1Qor. 5:21Qo 5:13; 2Yo 10
1Qor. 5:22Qo 7:9
1Qor. 5:51Qo 1:8
1Qor. 5:51Xi 1:20
1Qor. 5:61Qo 15:33; Gal 5:9; 2Xi 2:16, 17
1Qor. 5:7Yoh 1:29
1Qor. 5:71Ph 1:19, 20; Mul 5:12
1Qor. 5:8Bau 13:7
1Qor. 5:101Yo 2:17
1Qor. 5:10Yoh 17:15
1Qor. 5:11Efe 5:5
1Qor. 5:11Kes 21:20, 21; 1Ph 4:3
1Qor. 5:111Qo 6:9, 10; Gal 5:19-21
1Qor. 5:11Lak 16:25, 26; Rom 16:17; 2Yo 10
1Qor. 5:13Lal 12:14
1Qor. 5:13Uma 3:23, 24; Kes 17:7; Tit 3:10; 2Yo 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 5:1-13

Qorontos Tokkoffaa

5 Isin gidduutti halalummaan*+ akka raawwatame natti himameera; namni haadha manaa abbaa isaa wajjin jiraatu* tokko jira;+ halalummaan akkanaa immoo saboota kaan gidduutti illee hin argamu. 2 Maarree isin kanatti of jajuu qabduu? Kanaa mannaa, gadditanii+ namni gocha kana raawwate gidduu keessanii akka baafamu gochuu hin qabdanii?+ 3 Ani qaamaan yoon isin bira jiraachuu baadhe illee, hafuuraan waanan isinii wajjin jiruuf, akkan qaamaan isin bira jirutti nama gocha kana raawwatetti murteesseera. 4 Maqaa Gooftaa keenya Yesuusiin yommuu walitti qabamtan, ani humna Gooftaa keenya Yesuusii wajjin hafuuraan isinii wajjin akkan jiru beekuudhaan, 5 dhiibbaan cubbuu namni kun gumicha irratti geessise akka baduu fi hafuurri gumichaa guyyaa Gooftaatti akka eegamuuf,+ nama kana Seexanatti+ dabarsaa kennaa.

6 Of jajuun keessan gaarii miti. Raacitii xinnoon guutummaa bukichaa akka bukeessu hin beektanii?+ 7 Akkuma amma bukoo raacitii hin qabne taatan kana, bukoo haaraa akka taataniif raacitii moofaa of gidduudhaa baasaa. Sababiin isaas, hoolaan Faasikaa keenya Kiristoos+ aarsaa+ taʼeera. 8 Kanaafuu, raacitii moofaadhaan yookiin raacitii hamminaa fi raacitii cubbuutiin utuu hin taʼin, maxinoo raacitii hin qabne isa qulqulluu fi dhugaa taʼeen ayyaanicha haa kabajnu.+

9 Xalayaa koo keessatti michummaa namoota halalee* wajjin qabdan akka dhaabdan isiniif barreesseen ture; 10 kana jechuun koo namoota addunyaa kanaa warra halalee*+ yookiin sassattoota yookiin saamtota taʼan yookiin waaqolii tolfamoo waaqeffatan irraa guutummaatti fagaadhaa jechuu koo miti. Utuu akkana taʼee addunyaa keessaa baʼuu qabdu turtan.+ 11 Amma garuu kanan isiniif barreessu, nama obboleessa jedhamee utuu waamamuu, halalee* yookiin sassattuu+ yookiin waaqolii tolfamoo kan waaqeffatu yookiin nama kan arrabsu yookiin machooftuu+ yookiin saamtuu+ taʼee wajjin michummaa qabdan akka dhiistaniifi;+ nama akkanaa wajjin nyaata illee hin nyaatinaa. 12 Namoota ala jiranitti murteessuuf maaltu na galche? Warra keessa jiranitti isintu murteessa; 13 warra ala jiranitti immoo Waaqayyotu murteessa mitii?+ “Nama hamaa of gidduudhaa baasaa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi