LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa Waaqa amanachuu ilaalchisee dhihaate

        • “Dheekkamaa, garuu cubbuu hin hojjetinaa” (4)

        • ‘Nagaadhaan nan rafa’ (8)

Faarfannaa 4:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “iddoo balʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 11:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 31

Faarfannaa 4:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 31

Faarfannaa 4:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adda akka baasu; ofii isaatiif akka foʼatu.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 34

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 31

Faarfannaa 4:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 4:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 31

Faarfannaa 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:3; 62:8; Fak 3:5; 1Ph 4:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 31-32

Faarfannaa 4:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 6:26; Fr 80:7; Fak 16:15; 1Ph 3:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 32

Faarfannaa 4:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 32

Faarfannaa 4:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 25:18
  • +Fr 3:5; Fak 3:24, 26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 32

Yaada Wal Simu

Far. 4:1Fr 11:7
Far. 4:4Efe 4:26
Far. 4:5Fr 37:3; 62:8; Fak 3:5; 1Ph 4:19
Far. 4:6Lak 6:26; Fr 80:7; Fak 16:15; 1Ph 3:12
Far. 4:8Lew 25:18
Far. 4:8Fr 3:5; Fak 3:24, 26
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 4:1-8

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Faarfannaa Daawit.

4 Yaa Waaqa koo isa qajeelaa,+ yeroon si waammadhu deebii naaf kenni.

Yeroo dhiphina kootti karaan itti miliqu* naaf qopheessi.

Gaarummaa natti argisiisi, kadhannaa koos dhagaʼi.

 2 Yaa ilmaan namootaa, isin hamma yoomiitti ulfina koo gara salphinaatti jijjiirtu?

Wanta gatii hin qabne kan jaallattan, wanta soba taʼes kan barbaaddan hamma yoomiitti? (Seelaa)

 3 Yihowaan isa isaaf amanamaa taʼe karaa adda taʼeen akka qabu* beekaa;

Yeroon isa waammadhu Yihowaan na dhagaʼa.

 4 Dheekkamaa, garuu cubbuu hin hojjetinaa.+

Wanta dubbattan siree keessan irra utuu jirtanii garaa keessanitti dubbadhaa; calluma jedhaas. (Seelaa)

 5 Aarsaawwan qajeelummaa dhiheessaa,

Yihowaattis amanamaa.+

 6 Namoonni hedduun, “Eenyutu wanta gaarii nutti argisiisa?” jedhu.

Yaa Yihowaa, ifni fuula keetii nu irratti haa ifu.+

 7 Ati warra oomisha midhaanii fi wayinii haaraa hedduu galfatan caalaa,

Garaa koo gammachuu guddaadhaan guutteetta.

 8 Yaa Yihowaa, tasgabbiidhaan akkan jiraadhu kan godhu si qofa waan taʼeef,+

Ani nagaadhaan nan ciisa, nan rafas.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi