LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 67
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Guutummaan andaara lafaa Waaqa ni sodaata

        • Daandiin Waaqaa ni beekama (2)

        • ‘Namoonni hundi Waaqa haa jajatan’ (3, 5)

        • “Waaqayyo nu eebbisa” (6, 7)

Faarfannaa 67:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 6:25; Fak 16:15

Faarfannaa 67:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:2; Isa 49:6; Luq 2:30, 31; HoE 28:28; Rom 10:18; Qol 1:23; Tit 2:11

Faarfannaa 67:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:8; 96:10; 98:9; Rom 2:5
  • +Isa 42:10

Faarfannaa 67:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:4; Fr 85:12; Isa 30:23; His 34:27
  • +Uma 17:7

Faarfannaa 67:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isaaf ulfina ni kenna.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:27; Mul 15:4

Yaada Wal Simu

Far. 67:1Lak 6:25; Fak 16:15
Far. 67:2Fr 98:2; Isa 49:6; Luq 2:30, 31; HoE 28:28; Rom 10:18; Qol 1:23; Tit 2:11
Far. 67:4Fr 9:8; 96:10; 98:9; Rom 2:5
Far. 67:4Isa 42:10
Far. 67:6Lew 26:4; Fr 85:12; Isa 30:23; His 34:27
Far. 67:6Uma 17:7
Far. 67:7Fr 22:27; Mul 15:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 67:1-7

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Faarfannaa.

67 Waaqayyo gaarummaa nutti argisiisa, nu eebbisas;

Inni fuula isaa nu irratti ibsa;+ (Seelaa)

 2 Kunis, daandiin kee guutummaa lafaa irratti,

Gochawwan fayyinaa kees saboota hundumaa gidduutti akka beekamuufi.+

 3 Yaa Waaqayyo, namoonni si haa jajatan;

Namoonni hundi si haa jajatan.

 4 Ati haqaan namootaaf murtii waan kennituuf,+

Saboonni haa gammadan, haa ililchanis.+

Ati saboota lafa irra jiraatan ni geggeessita. (Seelaa)

 5 Yaa Waaqayyo, namoonni si haa jajatan;

Namoonni hundi si haa jajatan.

 6 Lafti oomisha ishii ni kenniti;+

Waaqayyo, Waaqni keenya nu eebbisa.+

 7 Waaqayyo nu eebbisa,

Guutummaan andaara lafaas isa ni sodaata.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi