LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 130
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • “Iddoo gad fagoo keessaa sin waammadha”

        • “Ati dogoggora hordofta utuu taʼee” (3)

        • Dhiifamni dhugaan Yihowaa biraa argama (4)

        • “Hawwiidhaan Yihowaa nan eeggadha” (6)

Faarfannaa 130:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 3:55; Yon 2:1, 2

Faarfannaa 130:3

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

  • *

    Ykn., “galmeessitee qabatta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:4; 103:14; 143:1, 2; Isa 55:7; Dan 9:18; Rom 3:20; Tit 3:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2019, ful. 3

Faarfannaa 130:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni sodaatamta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:6, 7; Fr 25:11
  • +Er 33:8, 9

Faarfannaa 130:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun koo.”

Faarfannaa 130:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:147
  • +Mik 7:7

Faarfannaa 130:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:5

Yaada Wal Simu

Far. 130:1Fru 3:55; Yon 2:1, 2
Far. 130:3Fr 38:4; 103:14; 143:1, 2; Isa 55:7; Dan 9:18; Rom 3:20; Tit 3:5
Far. 130:4Bau 34:6, 7; Fr 25:11
Far. 130:4Er 33:8, 9
Far. 130:6Fr 119:147
Far. 130:6Mik 7:7
Far. 130:7Fr 86:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 130:1-8

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu.

130 Yaa Yihowaa, iddoo gad fagoo keessaa sin waammadha.+

 2 Yaa Yihowaa, sagalee koo dhagaʼi.

Gurri kee kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheessu xiyyeeffannaadhaan haa dhagaʼu.

 3 Yaa Yaah,* ati dogoggora hordofta* utuu taʼee,

Yaa Yihowaa, eenyutu dhaabbachuu dandaʼa ture?+

 4 Sababiin isaas, dhiifamni dhugaan si biraa argama,+

Kanaanis ati ulfina guddaa argatta.*+

 5 Yihowaa nan abdadha, guutummaan eenyummaa kootii* isa abdata;

Ani dubbii isaa nan eeggadha.

 6 Waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,+

Eeyyee, waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,

Hawwiidhaan Yihowaa nan eeggadha.+

 7 Yihowaan jaalala isaatiin amanamaa waan taʼeef,+

Furuufis humna guddaa waan qabuuf,

Israaʼel Yihowaa eeggachuu isaa itti haa fufu.

 8 Inni Israaʼeliin dogoggora isaa hundumaa irraa ni fura.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi