LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Waaqolii tolfamoo fi raajota sobaa balleessuu (1-6)

        • Raajonni sobaa qaanii gonfatu (4-6)

      • Tikseen sun ni rukutama (7-9)

        • Harki sadaffaan ni qulqulleeffama (9)

Zakkaariyaas 13:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 36:25, 29

Zakkaariyaas 13:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:13
  • +Kes 13:5

Zakkaariyaas 13:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 13:6-9; 18:20

Zakkaariyaas 13:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 1:8; Mat 3:4

Zakkaariyaas 13:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 15-16

Zakkaariyaas 13:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka.” Jechuunis, qoma irra ykn dugda irra.

  • *

    Ykn., “warra na jaallatanii.”

Zakkaariyaas 13:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:23; Mik 5:4; Yoh 10:11; Ibr 13:20
  • +Isa 53:8; Dan 9:26; Mat 26:31, 55, 56; Mar 14:27, 50; Yoh 16:32; HoE 3:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 13

Zakkaariyaas 13:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni duʼas.”

Zakkaariyaas 13:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mil 3:2, 3
  • +Er 30:22

Yaada Wal Simu

Zak. 13:1His 36:25, 29
Zak. 13:2Bau 23:13
Zak. 13:2Kes 13:5
Zak. 13:3Kes 13:6-9; 18:20
Zak. 13:42Mo 1:8; Mat 3:4
Zak. 13:7His 34:23; Mik 5:4; Yoh 10:11; Ibr 13:20
Zak. 13:7Isa 53:8; Dan 9:26; Mat 26:31, 55, 56; Mar 14:27, 50; Yoh 16:32; HoE 3:18
Zak. 13:9Mil 3:2, 3
Zak. 13:9Er 30:22
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 13:1-9

Zakkaariyaas

13 “Guyyaa sanatti cubbuu fi xuraaʼummaa irraa qulqulleessuuf mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalemiif boolli bishaanii tokko ni qotama.+

2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani maqaa waaqolii tolfamoo biyyattii keessaa nan balleessa,+ isaanis sana booda hin yaadataman; raajotaa fi hafuura xuraaʼummaas biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+ 3 Namni tokko ammas yoo raajii dubbate abbaan isa dhalchee fi haati isa deesse, ‘Ati maqaa Yihowaatiin soba waan dubbatteef, lubbuudhaan hin jiraattu’ isaan jedhu. Abbaan isa dhalchee fi haati isa deesse raajii dubbachuu isaatiin kan kaʼe isa ni waraanu.+

4 “Guyyaa sanatti tokkoon tokkoon raajii yommuu raajii dubbatu mulʼata isaatti ni qaanaʼa; gowwoomsuudhaafis uffata isa rifeensa irraa tolfame hin uffatu.+ 5 Akkasumas inni, ‘Ani raajii miti. Ani qotee bulaa dha; namicha tokkotu ijoollummaa kootti na bitate’ jedha. 6 Namni tokko, ‘Madaan gateettii* kee gidduu jiru kun maali dha ree?’ jedhee yeroo isa gaafatu, inni, ‘Mana michoota koo* utuun jiruun madaaʼe’ jedhee deebisa.”

 7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Yaa goraadee nana, tiksee koo irratti,+

Namicha isa michuu koo taʼe irratti kaʼi.

Tiksee sana rukuti, hoolonnis haa bittinnaaʼan;+

Anis warra xixinnoo taʼan irratti harka koo nan kaasa.”

 8 Yihowaan akkana jedha: “Guutummaa biyyattii keessatti,

Ishii keessaa harka sadii keessaa harki lama ni kutama, ni badas;*

Harki inni sadaffaan immoo ishii keessatti ni hafa.

 9 Harka isa sadaffaa ibidda keessa nan dabarsa;

Akkuma meetiin qulqulleeffamutti isaan nan qulqulleessa,

Akkuma warqiin qoramuttis isaan nan qora.+

Isaan maqaa koo ni waammatu,

Anis isaaniif nan deebisa.

Ani, ‘Isaan saba koo ti’ nan jedha,+

Isaan immoo, ‘Yihowaan Waaqa keenya dha’ jedhu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi