LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 87
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Magaalaa Waaqa dhugaa kan taate Xiyoon

        • Warra Xiyoon keessatti dhalatan (4-6)

Faarfannaa 87:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:19

Faarfannaa 87:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 48:1

Faarfannaa 87:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:68; 132:13

Faarfannaa 87:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 48:2; Isa 60:14

Faarfannaa 87:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amananii fudhatan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:10; Isa 30:7

Faarfannaa 87:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 26

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 26

Faarfannaa 87:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ati anaaf madda wantoota hundumaa ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 15:16
  • +Fr 150:4
  • +Fr 46:4

Yaada Wal Simu

Far. 87:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 20:19
Far. 87:1Fr 48:1
Far. 87:2Fr 78:68; 132:13
Far. 87:3Fr 48:2; Isa 60:14
Far. 87:4Fr 89:10; Isa 30:7
Far. 87:71Se 15:16
Far. 87:7Fr 150:4
Far. 87:7Fr 46:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 87:1-7

Faarfannaa

Faarfannaa ilmaan Qoraa.+ Faarfannaa.

87 Buʼuurri magaalaa isaa gaarota qulqulluu keessa jira.+

 2 Yihowaan dunkaanota Yaaqoob hundumaa caalaa

Karrawwan Xiyoon jaallata.+

 3 Yaa magaalaa Waaqa dhugaa, waaʼee kee wantoonni dinqisiisoon dubbatamaa jiru.+ (Seelaa)

 4 Rahaabii+ fi Baabiloniin warra na beekan* gidduutti nan lakkaaʼa;

Filisxeemii fi Xiiros Kuushii wajjin kunoo as jiru.

“Inni kun achitti kan dhalate dha” ni jedhama.

 5 Waaʼee Xiyoonis,

“Tokkoon tokkoon isaanii kan dhalatan ishii keessatti dha” ni jedhama.

Inni Hundaa Oliis cimsee ishii ni dhaaba.

 6 Yihowaan yommuu namoota galmeessu,

“Inni kun achitti kan dhalate dha” jedhee ni labsa. (Seelaa)

 7 Faarfattoonnii+ fi warri walitti marsanii shubbisan,+

“Burqaawwan koo hundi si keessa jiru”*+ ni jedhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi