LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Dhiironni torba tajaajilaaf filataman (1-7)

      • Isxifaanos Waaqa arrabseera jedhamee himatame (8-15)

Hojii Ergamootaa 6:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:34, 35; 1Xi 5:3; Yaq 1:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 46-47

    Masaraa Eegumsaa,

    8/1/2006, ful. 5

Hojii Ergamootaa 6:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “kan nama gammachiisu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 18:17, 18

Hojii Ergamootaa 6:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:13
  • +HoE 16:1, 2; 1Xi 3:7
  • +HoE 6:8, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 47

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2014, ful. 28

    Tajaajila Mootummaa,

    7/2013, ful. 3

Hojii Ergamootaa 6:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 21:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2016, ful. 9

Hojii Ergamootaa 6:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 34:9; HoE 8:14, 17; 13:2, 3; 1Xi 4:14; 5:22; 2Xi 1:6

Hojii Ergamootaa 6:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 12:24; 19:20
  • +HoE 2:47
  • +Yoh 12:42; HoE 15:5

Hojii Ergamootaa 6:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 50-51

Hojii Ergamootaa 6:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 51

Hojii Ergamootaa 6:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:17; Luq 21:15; HoE 6:3

Hojii Ergamootaa 6:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 51

Hojii Ergamootaa 6:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 51

Hojii Ergamootaa 6:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2018, ful. 32

Yaada Wal Simu

HoE. 6:1HoE 4:34, 35; 1Xi 5:3; Yaq 1:27
HoE. 6:2Bau 18:17, 18
HoE. 6:3Kes 1:13
HoE. 6:3HoE 16:1, 2; 1Xi 3:7
HoE. 6:3HoE 6:8, 10
HoE. 6:5HoE 21:8
HoE. 6:6Kes 34:9; HoE 8:14, 17; 13:2, 3; 1Xi 4:14; 5:22; 2Xi 1:6
HoE. 6:7HoE 12:24; 19:20
HoE. 6:7HoE 2:47
HoE. 6:7Yoh 12:42; HoE 15:5
HoE. 6:10Isa 54:17; Luq 21:15; HoE 6:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 6:1-15

Hojii Ergamootaa

6 Guyyoota sanatti yommuu lakkoofsi barattootaa dabalaa deemu, Yihudoonni Afaan Giriikii dubbatan, dubartoonni isaanii warri abbootiin manaa irraa duʼan nyaata guyyaa guyyaadhaan hiramu irratti waan dagatamaniif, Yihudoota Afaan Ibrootaa dubbatan irratti gungumuu jalqaban.+ 2 Kanaafuu, warri Kudha Lamaan barattoota hunda walitti qabanii akkana jedhan: “Nuti maaddii irratti nyaata hiruuf jennee, dubbii Waaqayyoo dhiisuun keenya sirrii* miti.+ 3 Kanaafuu yaa obbolootaa, dhimma barbaachisaa taʼe kana irratti akka isaan muudnuuf,+ isin gidduudhaa dhiirota maqaa gaarii qaban,+ akkasumas hafuura qulqulluu fi ogummaadhaan guutaman+ torba filadhaa; 4 nuti garuu guutummaatti kadhannaa fi dubbii Waaqayyoo barsiisuu irratti xiyyeeffanna.” 5 Wanti isaan jedhan kunis hunda isaanii gammachiise; kanaafuu, Isxifaanos isa amantii fi hafuura qulqulluudhaan guutame, akkasumas Filiphoos,+ Phirokoros, Niqaanoor, Ximoon, Pharmeenaasii fi Niqolaawos nama Anxokiyaa isa amantii Yihudii fudhate filatan. 6 Namoota kana gara ergamootaatti fidan; isaanis erga kadhatanii booda, harka isaanii isaan irra kaaʼan.+

7 Kanaan kan kaʼes, dubbiin Waaqayyoo babalʼachuu isaa itti fufe,+ lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayʼee dabalaa deeme;+ luboonni hedduunis amantoota taʼan.+

8 Yeroo kanatti Isxifaanos gaarummaa Waaqayyoo fi humna isaatiin guutamee namoota sana gidduutti dinqiiwwanii fi mallattoowwan guguddaa hojjeta ture. 9 Haa taʼu malee, namoonni garee Mana Sagadaa Namoota Bilisoomanii jedhamu irraa dhufan tokko tokko, namoota Qareenaa, Iskindiriyaa, Kiilqiyaa fi Eeshiyaadhaa dhufan tokko tokkoo wajjin taʼuudhaan Isxifaanosiin falmuu jalqaban. 10 Taʼus, isaan ogummaa fi hafuura inni ittiin dubbatu falmuu hin dandeenye.+ 11 Kanaafuu, namoota “Nuti yommuu inni Musee fi Waaqayyo irratti dubbii arrabsoo dubbatu dhageenyeerra” jedhan dhoksaadhaan qopheessan. 12 Achiis uummaticha, maanguddootaa fi barsiisota seeraa kakaasuudhaan, tasa itti dhufanii humnaan isa qabanii gara yaaʼii Saanhedriinitti isa geessan. 13 Namoota sobaan akkana jedhanii isa irratti ragaa baʼanis ni dhiheessan: “Namichi kun wanta iddoo qulqulluu kanaa fi Seericha mormu dubbata. 14 Fakkeenyaaf, yommuu inni Yesuus namni Naazireet sun iddoo kana akka diiguu fi aadaawwan Museen nutti dabarse akka jijjiiru dubbatu dhageenyeerra.”

15 Namoonni yaaʼii Saanhedriin keessa taaʼan hundi yommuu hubatanii isa ilaalan, fuulli isaa akka fuula maleekaa taʼee argan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi