LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Mulʼata 8: Gaariiwwan fardaa afur (1-8)

      • Latichi mootii fi luba taʼa (9-15)

Zakkaariyaas 6:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 27-28

Zakkaariyaas 6:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 6:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 27

Zakkaariyaas 6:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 6:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 27

Zakkaariyaas 6:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 104:4
  • +2Se 18:18; Iyo 1:6; Dan 7:10; Luq 1:19; Ibr 1:7, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 28

Zakkaariyaas 6:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 2:6, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 28

Zakkaariyaas 6:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 28

Zakkaariyaas 6:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 28

Zakkaariyaas 6:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gonfoo guddicha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hag 1:1; Zak 3:3, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 29

Zakkaariyaas 6:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:1; Zak 3:8
  • +Zak 8:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa,

    5/1/2006, ful. 10

Zakkaariyaas 6:13

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, gaʼee inni bulchaa fi luba taʼuudhaan qabu gidduu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 3:1; 4:14; 8:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa,

    5/1/2006, ful. 10

Zakkaariyaas 6:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gonfoon guddichis.”

  • *

    Ykn., “yaadachiisaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 6:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 30

Zakkaariyaas 6:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 29-30

Yaada Wal Simu

Zak. 6:2Zak 6:6
Zak. 6:3Zak 6:7
Zak. 6:5Fr 104:4
Zak. 6:52Se 18:18; Iyo 1:6; Dan 7:10; Luq 1:19; Ibr 1:7, 14
Zak. 6:6Zak 2:6, 7
Zak. 6:11Hag 1:1; Zak 3:3, 5
Zak. 6:12Isa 11:1; Zak 3:8
Zak. 6:12Zak 8:9
Zak. 6:13Ibr 3:1; 4:14; 8:1
Zak. 6:14Zak 6:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 6:1-15

Zakkaariyaas

6 Achiis ol jedhee yommuun ilaalu gaariiwwan fardaa afur gaarota lama gidduudhaa utuu dhufanii nan arge; gaaronni sunis sibiila diimaa irraa kan tolfaman turan. 2 Gaariin inni jalqabaa fardeen diddiimoodhaan, gaariin inni lammaffaan immoo fardeen gugurraachaan harkifama ture.+ 3 Gaariin inni sadaffaan fardeen aʼadiidhaan, gaariin inni arfaffaan immoo fardeen buburree+ fi bifa garaa garaa qabaniin harkifama ture.

4 Anis maleekaa anaa wajjin dubbachaa ture sana, “Gooftaa koo, isaan kun maali dha?” jedheen gaafadhe.

5 Maleekaan sunis akkana jedhee naaf deebise: “Kanneen kun hafuurota samii arfan+ Gooftaa guutummaa lafaa dura erga dhaabbatanii booda baʼani dha.+ 6 Gaariin fardeen gugurraacha sanaan harkifamu gara biyya kaabaa dhaqa;+ warri aʼadiin galaanicha gama, warri buburreen immoo gara biyya kibbaa dhaqu. 7 Warri bifa garaa garaa qabanis baʼanii lafa irra deddeebiʼuuf hawwii guddaa qabu turan.” Achiis inni, “Dhaqaa, lafa irra deddeebiʼaa” jedhe. Isaanis lafa irra asii fi achi deddeebiʼuu jalqaban.

8 Innis na waamee, “Ilaa, warri gara biyya kaabaa dhaquuf baʼan hafuurri Yihowaa biyya kaabaa keessa akka buufatu godhaniiru” naan jedhe.

9 Ammas dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara koo ni dhufe: 10 “Wanta Heldaay, Toobiyaanii fi Yedaayaan namoota boojiʼaman harkaa fuudhanii fidan sana isaan irraa fuudhi; guyyaa sanatti warra Baabilon irraa dhufan kanaa wajjin gara mana Yosiyaas ilma Sefaaniyaa dhaqi. 11 Meetii fi warqii fuudhiitii gonfoo* ittiin tolchi; achiis mataa Iyyaasuu+ ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa irra kaaʼi. 12 Akkana isaan jedhi:

“‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Namichi maqaan isaa Latii jedhamu isa kana.+ Inni iddoo isaatii ni lata; mana qulqullummaa Yihowaas ni ijaara.+ 13 Mana qulqullummaa Yihowaa kan ijaaru isa dha; ulfinas ni argata. Inni teessoo isaa irra taaʼee ni bulcha; teessoo isaa irra taaʼees luba ni taʼa;+ lamaan isaanii gidduus* waliigalteen nagaa ni jiraata. 14 Gonfoon sunis* mana qulqullummaa Yihowaa keessatti Heleem, Toobiyaa, Yedaayaa+ fi Heen ilma Sefaaniyaatiif akka yaadannootti* ni tajaajila. 15 Warri fagoo jiranis dhufanii mana qulqullummaa Yihowaa ijaaruu irratti ni hirmaatu.” Isinis gara keessanitti kan na erge Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼuu isaa dhugumaan ni hubattu. Sagalee Waaqa keessan Yihowaa yoo dhageessan wantoonni kun ni raawwatamu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi