LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 64
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Haleellaa dhokataa taʼe irraa eegumsa argachuu

        • ‘Waaqayyo isaanitti futtaasa’ (7)

Faarfannaa 64:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:1

Faarfannaa 64:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 56:6; 109:2

Faarfannaa 64:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Isaan wanta hamaa raawwachuuf wal jajjabeessu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:4, 11; 59:7

Faarfannaa 64:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 140:5

Faarfannaa 64:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:11, 12

Faarfannaa 64:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:13; 18:7

Faarfannaa 64:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:40, 43

Faarfannaa 64:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni boonu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 58:10; 68:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 29-31

Yaada Wal Simu

Far. 64:1Fr 55:1
Far. 64:2Fr 56:6; 109:2
Far. 64:5Fr 10:4, 11; 59:7
Far. 64:6Fr 140:5
Far. 64:7Fr 7:11, 12
Far. 64:8Fak 12:13; 18:7
Far. 64:9Fr 107:40, 43
Far. 64:10Fr 58:10; 68:2, 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 64:1-10

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

64 Yaa Waaqayyo, yommuun kadhannaa dhiheessu sagalee koo dhagaʼi.+

Lubbuu koos haleellaa diinaa isa sodaachisaa taʼe irraa eegi.

 2 Mala haxxummaa namoonni hamoon dhoksaatti qopheessan jalaa,+

Namoota hedduu balleessaa raawwatan jalaas na golgi.

 3 Isaan akkuma goraadeetti arraba isaanii qaratu;

Dubbii isaanii isa hamaas akka xiyyaatti akeekkatu,

 4 Kanas kan godhan, iddoo dhokatan irraa nama balleessaa hin qabnetti futtaasuufi;

Isaan sodaa tokko malee akkuma tasaa isatti futtaasu.

 5 Yaada isaanii isa hamaatti cichu;*

Kiyyoowwan isaanii akkamitti dhoksanii akka kaaʼan mariʼatu.

“Eenyutu isaan arga?” jedhu.+

 6 Malawwan haaraa balleessaa itti raawwatan barbaaddatu;

Tooftaa haxxummaa isaaniis dhoksaatti qopheessu;+

Yaanni garaa tokkoon tokkoon isaanii keessa jirus gad fagoo dha.

 7 Waaqayyo garuu isaanitti futtaasa;+

Xiyyis akkuma tasaa isaan madeessa.

 8 Arrabumti isaanii akka kufan isaan godha;+

Warri kana argan hundis mataa isaanii raasu.

 9 Sana booda namoonni hundi ni sodaatu,

Wanta waaqayyo godhe ni labsu,

Gochawwan isaa irrattis hubannaa ni qabaatu.+

10 Namni qajeelaan Yihowaatti ni gammada, isattis kooluu ni gala;+

Warri garaa qajeelaa qaban hundi ni gammadu.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi