LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 142
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa warra ariʼatama geessisan irraa ooluuf dhihaate

        • “Iddoon itti baqachuu dandaʼu tokko illee hin jiru” (4)

        • “Si qofan qaba” (5)

Faarfannaa 142:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 22:1; 24:3; Ibr 11:32, 38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2011, ful. 10

Faarfannaa 142:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:2; 141:1

Faarfannaa 142:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:6; Yon 2:7; Mat 26:38, 39; Mar 15:34; Ibr 5:7

Faarfannaa 142:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jabinni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 139:3

Faarfannaa 142:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “akka na hin beekne.”

  • *

    Ykn., “lubbuu kootiif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:11; 69:20
  • +1Sa 23:11

Faarfannaa 142:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qoodni koo si qofa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2011, ful. 10-11

Faarfannaa 142:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 20:33; 23:26; 25:29

Faarfannaa 142:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Yaada Wal Simu

Far. 142:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 22:1; 24:3; Ibr 11:32, 38
Far. 142:1Fr 28:2; 141:1
Far. 142:2Fr 18:6; Yon 2:7; Mat 26:38, 39; Mar 15:34; Ibr 5:7
Far. 142:3Fr 139:3
Far. 142:4Fr 31:11; 69:20
Far. 142:41Sa 23:11
Far. 142:5Fak 18:10
Far. 142:61Sa 20:33; 23:26; 25:29
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 142:1-7

Faarfannaa

Maaskiil.* Kadhannaa Daawit yeroo holqa keessa turetti+ dhiheesse.

142 Sagalee koo ol kaasee gargaarsaaf gara Yihowaatti nan iyyadha;+

Sagalee koo ol kaasee Yihowaan gaarummaa akka natti argisiisu kadhata nan dhiheessa.

 2 Yaaddoo koo isa duratti nan dhangalaasa;

Waaʼee dhiphina kootii isa duratti nan dubbadha,+

 3 Yommuu hafuurri* koo na keessatti dadhabutti isatti nan iyyadha.

Atis daandii koo ni argita.+

Isaan daandiin irra deemu irratti

Dhoksaatti kiyyoo naaf kaaʼu.

 4 Gara harka mirgaa koo milʼadhuutii,

Namni tokko illee dantaa akka naaf hin qabne* ilaali.+

Iddoon itti baqachuu dandaʼu tokko illee hin jiru;+

Namni naaf* yaadu tokko illee hin jiru.

 5 Yaa Yihowaa, gargaarsa argachuuf sin waammadha.

“Ati iddoon kooluu itti galu dha,+

Biyya namoota jiraatoo keessattis si qofan qaba”* nan jedha.

 6 Baayʼee waanan gad qabameef,

Iyyan gargaarsa argachuuf dhageessisu xiyyeeffannaadhaan dhagaʼi.

Isaan na caalaa ciccimoo waan taʼaniif,

Warra na ariʼatan jalaa na oolchi.+

 7 Maqaa kee akkan jajadhuuf,

Mana hidhaa keessaa na* baasi.

Ati gaarummaadhaan waan na qabdeef,

Warri qajeeloon naannoo kootti walitti haa qabaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi