LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 93
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Bulchiinsa Yihowaa isa ulfina qabeessa

        • “Yihowaan Mootii taʼeera!” (1)

        • ‘Yaadachiisawwan kee amansiisoo dha’ (5)

Faarfannaa 93:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lafti oomisha kennitu.”

  • *

    Ykn., “Gatantaruus.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 96:10; 97:1; Isa 52:7; Mul 11:17; 19:6

Faarfannaa 93:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 145:13
  • +Fr 90:2

Faarfannaa 93:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:7
  • +Fr 8:1; 76:4

Faarfannaa 93:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana keetiif ni mala.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:7; 119:111
  • +His 43:12; 1Ph 1:16

Yaada Wal Simu

Far. 93:1Fr 96:10; 97:1; Isa 52:7; Mul 11:17; 19:6
Far. 93:2Fr 145:13
Far. 93:2Fr 90:2
Far. 93:4Fr 65:7
Far. 93:4Fr 8:1; 76:4
Far. 93:5Fr 19:7; 119:111
Far. 93:5His 43:12; 1Ph 1:16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 93:1-5

Faarfannaa

93 Yihowaan Mootii taʼeera!+

Inni simboo uffateera;

Yihowaan jabina uffateera;

Akka qabattootti isa hidhateera.

Lafti* cimtee hundeeffamteetti;

Iddoo ishiitii sochoʼuus* hin dandeessu.

 2 Teessoon kee bara duriitii jalqabee cimee dhaabbateera;+

Atis yoom iyyuu jirta.+

 3 Yaa Yihowaa, lageen yaaʼaniiru,

Lageen yaaʼaniiru, baayʼee huursaniirus;

Lageen ni yaaʼu, ni dhaʼatus.

 4 Sagalee bishaanota hedduu caalaa,

Dambalii galaanaa caccabsu caalaas,+

Yihowaan ol gubbaatti ulfina qabeessa dha.+

 5 Yaadachiisawwan kee baayʼee amansiisoo dha.+

Yaa Yihowaa, qulqullummaan yeroo hundumaa mana kee ni miidhagsa.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi