LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 100
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Uumaa galateeffachuu

        • “Gammachuudhaan Yihowaa tajaajilaa” (2)

        • ‘Kan nu tolche Waaqa dha’ (3)

Faarfannaa 100:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 95:1, 2; 98:4

Faarfannaa 100:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:12; Nah 8:10

Faarfannaa 100:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanaa fudhadhaa.”

  • *

    Ykn tarii, “malee nu miti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:4
  • +Fr 149:2
  • +Fr 95:6, 7; His 34:31; 1Ph 2:25

Faarfannaa 100:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23; 66:13; 122:1, 2
  • +Fr 65:4
  • +Fr 96:2; Ibr 13:15

Faarfannaa 100:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:5; Luq 18:19
  • +Bau 34:6, 7; Kes 7:9; Fr 98:3

Yaada Wal Simu

Far. 100:1Fr 95:1, 2; 98:4
Far. 100:2Kes 12:12; Nah 8:10
Far. 100:3Kes 6:4
Far. 100:3Fr 149:2
Far. 100:3Fr 95:6, 7; His 34:31; 1Ph 2:25
Far. 100:4Fr 50:23; 66:13; 122:1, 2
Far. 100:4Fr 65:4
Far. 100:4Fr 96:2; Ibr 13:15
Far. 100:5Fr 86:5; Luq 18:19
Far. 100:5Bau 34:6, 7; Kes 7:9; Fr 98:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 100:1-5

Faarfannaa

Faarfannaa galataa.

100 Guutummaan lafaa, miira injifannootiin Yihowaadhaaf ililchaa.+

 2 Gammachuudhaan Yihowaa tajaajilaa.+

Ililchuudhaanis isa duratti dhihaadhaa.

 3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+

Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+

Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+

 4 Galata dhiheessuudhaan gara karrawwan isaatti,+

Isa jajachuudhaanis gara mooraawwan isaatti ol seenaa.+

Galata isaaf galchaa; maqaa isaa jajadhaa.+

 5 Sababiin isaas, Yihowaan gaarii dha;+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf,

Amanamummaan isaas dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi