LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Warri Qorontos amma iyyuu namoota foonii ti (1-4)

      • Kan guddisu Waaqa dha (5-9)

        • Waaqaa wajjin hojjechuu (9)

      • Miʼawwan ibidda dandaʼaniin ijaaruu (10-15)

      • Isin mana qulqullummaa Waaqaa ti (16, 17)

      • Ogummaan addunyaa Waaqa biratti gowwummaa dha (18-23)

1 Qorontos 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 2:15; Qol 1:9
  • +1Qo 14:20

1 Qorontos 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 5:12-14

1 Qorontos 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:7, 8
  • +Gal 5:19, 20

1 Qorontos 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:24, 25

1 Qorontos 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 3:5, 6; Qol 1:23; 1Xi 1:12

1 Qorontos 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:4
  • +HoE 18:26-28; 19:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2021, ful. 3

1 Qorontos 3:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 9:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 12, 16

1 Qorontos 3:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kaayyoo tokko qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 2:6; 1Qo 4:5; Mul 22:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 15

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 104

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 13-14

1 Qorontos 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 2:22; 1Ph 2:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 155

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2021, ful. 3

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 21

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2018, ful. 23

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 17

1 Qorontos 3:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka hojii geggeessaa ogeessa taʼeetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:20; Ibr 6:1

1 Qorontos 3:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 118:22; Isa 28:16; Mat 21:42; Efe 2:20; 1Ph 2:6

1 Qorontos 3:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Maatii, ful. 55

1 Qorontos 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 4:12

1 Qorontos 3:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 6:16; Efe 2:21; 1Ph 2:5
  • +1Qo 6:19

1 Qorontos 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:5

1 Qorontos 3:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

1 Qorontos 3:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 5:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 5

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2019, ful. 21-25

1 Qorontos 3:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 94:11

1 Qorontos 3:22

Miiljaleewwan

  • *

    Pheexiros jedhamees ni waamama.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:12

1 Qorontos 3:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:9; 2Qo 10:7

Yaada Wal Simu

1Qor. 3:11Qo 2:15; Qol 1:9
1Qor. 3:11Qo 14:20
1Qor. 3:2Ibr 5:12-14
1Qor. 3:3Rom 8:7, 8
1Qor. 3:3Gal 5:19, 20
1Qor. 3:4HoE 18:24, 25
1Qor. 3:52Qo 3:5, 6; Qol 1:23; 1Xi 1:12
1Qor. 3:6HoE 18:4
1Qor. 3:6HoE 18:26-28; 19:1
1Qor. 3:7Rom 9:16
1Qor. 3:8Rom 2:6; 1Qo 4:5; Mul 22:12
1Qor. 3:9Efe 2:22; 1Ph 2:5
1Qor. 3:10Rom 15:20; Ibr 6:1
1Qor. 3:11Fr 118:22; Isa 28:16; Mat 21:42; Efe 2:20; 1Ph 2:6
1Qor. 3:131Ph 4:12
1Qor. 3:162Qo 6:16; Efe 2:21; 1Ph 2:5
1Qor. 3:161Qo 6:19
1Qor. 3:171Ph 2:5
1Qor. 3:19Iyo 5:13
1Qor. 3:20Fr 94:11
1Qor. 3:221Qo 1:12
1Qor. 3:23Yoh 17:9; 2Qo 10:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 3:1-23

Qorontos Tokkoffaa

3 Kanaafuu yaa obbolootaa, ani akka nama hafuuraatti+ isinitti dubbachuu hin dandeenye; kanaa mannaa, Kiristoosii wajjin haala wal qabateen daaʼimman akka taatanitti,+ akka nama fooniittan isinitti dubbadhe. 2 Isin waan hin jabaanneef, ani aannan malee nyaata jabaa isin hin soorre. Ammas taanaan isin hin jabaanne;+ 3 sababiin isaas, isin amma iyyuu nama foonii ti.+ Hinaaffaa fi lolli gidduu keessan jiraachuun isaa, nama foonii akka taatanii+ fi akka namoota addunyaatti deddeebiʼaa akka jirtan kan argisiisu mitii? 4 Inni tokko, “Ani kan Phaawulosi,” inni kan biraan immoo, “Ani kan Apholosi”+ yommuu jedhu, isin akkuma namoota kaanii taʼuu keessan mitii?

5 Egaa Apholos eenyu? Phaawulos hoo eenyu? Isaan tajaajiltoota+ hojii Gooftaan isaaniif kenne hojjetanii fi isin karaa isaanii amantoota taatani dha. 6 Ani nan dhaabe,+ Apholos bishaan obaase,+ kan guddise garuu Waaqayyo dha; 7 kanaafuu, ulfina argachuu kan qabu Waaqa isa guddisu+ malee, isa dhaabus taʼe isa bishaan obaasu miti. 8 Inni dhaabus taʼe inni bishaan obaasu tokko dha;* taʼus, namni hundi akkuma hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.+ 9 Nuti warra Waaqayyoo wajjin hojjennu dha. Isin maasii Waaqayyoo isa misoomaa jiru dha, gamoo Waaqayyoo tis.+

10 Ani gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa anaaf kennameen akka nama dandeettii ijaarsaa qabuutti* buʼuura kaaʼeera;+ namni kan biraan garuu isa irratti ni ijaara. Haa taʼu malee, namni hundi akkamitti akka isa irratti ijaaru of eeggannoodhaan haa yaadu. 11 Sababiin isaas, buʼuura isa kaaʼame, jechuunis Yesuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu buʼuura kan biraa kaaʼuu hin dandaʼu.+ 12 Namni kam iyyuu buʼuura sana irratti warqiidhaan, meetiidhaan, dhagaa gatii guddaa qabuun, mukaan, citaadhaan yookiin hoffaadhaan yoo ijaare, 13 guyyaan qormaataa sun hojicha waan mulʼisuuf, hojiin nama hundumaa ni mulʼata; sababiin isaas, hojichi ibiddaan mulʼata;+ ibiddichi namni hundi ijaarsa akkamii akka ijaare ni mulʼisa. 14 Namni kam iyyuu ijaarsi inni buʼuura sana irratti ijaare yoo isaaf hafe badhaasa ni argata; 15 haa taʼu malee, namni kam iyyuu hojiin isaa yoo gubate kasaaraan irra gaʼa; taʼus inni ofii isaatii ni oola; garuu akka nama ibidda keessa darbee ooluu taʼa.

16 Isin mana qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii+ fi hafuurri Waaqayyoo akka isin keessa jiraatu+ hin beektanii? 17 Namni kam iyyuu mana qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas, manni qulqullummaa Waaqayyoo qulqulluu dha, manni qulqullummaa sunis isini.+

18 Namni kam iyyuu of hin gowwoomsin: Isin gidduudhaa namni sirna* kana keessatti ogeessa akka taʼe yaadu, ogeessa taʼuu akka dandaʼuuf gowwaa haa taʼu. 19 Sababiin isaas, “Inni warra ogeeyyii taʼan haxxummaa isaaniitiin isaan qabata”+ jedhamee waan barreeffameef, ogummaan addunyaa kanaa Waaqayyo biratti gowwummaa dha. 20 Akkasumas, “Yihowaan* yaanni namoota ogeeyyii taʼanii gatii akka hin qabne beeka.”+ 21 Kanaafuu, namni kam iyyuu namootaan of hin jajin; sababiin isaas, wanti hundi kan keessani; 22 Phaawulos yookiin Apholos yookiin Keefaas*+ yookiin addunyaan yookiin jireenyi yookiin duuti yookiin wantoonni amma jiran yookiin wantoonni dhufuuf jiran, wantoonni hundi kanuma keessani; 23 isin immoo kan Kiristoosi;+ Kiristoos immoo kan Waaqayyoo ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi