LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 2164-2165
  • B9 Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • B9 Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Baabilon
  • Meedo-Faarsi
  • Giriikii
  • Roomaa
  • Angiloo-Ameerikaa
  • Duraa Duuba Yeroo
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
B9 Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate

B9

Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate

Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Fakkii ykn siidaa Daaniʼel boqonnaa 2 irratti ibsame
Leenci qoochoo qabu bulchiinsa Baabilon argisiisa

Baabilon

Daaniʼel 2:32, 36-38; 7:4

Dh.K.D. 607 Nebukadnezaar Mootichi Yerusaalemiin balleesse

Amaaketi bulchiins Meedonii fi Faares argisiisa

Meedo-Faarsi

Daaniʼel 2:32, 39; 7:5

Dh.K.D. 539 Baabiloniin qabate

Dh.K.D. 537 Qiiros Yihudoonni gara Yerusaalem akka deebiʼan labsii baase

Qeerransi qoochoo qabu bulchiinsa Giriikii argisiisa

Giriikii

Daaniʼel 2:32, 39; 7:6

Dh.K.D. 331 Iskindir Guddichi Faarsiin qabate

Bineensi sodaachisaan gaanfa kudhan qabu humnoota addunyaa kan taʼan Roomaa fi Angiloo Ameerikaa argisiisa

Roomaa

Daaniʼel 2:33, 40; 7:7

Dh.K.D. 63 Israaʼeliin bulche

Dh.K.B. 70 Yerusaalemiin balleesse

Angiloo-Ameerikaa

Daaniʼel 2:33, 41-43

Dh.K.B. 1914-1918 Yeroo Waraana Addunyaa Tokkoffaatti Angiloo-Ameerikaan Mootummaa Addunyaa taʼe

  • Iddoowwan Kaarticha Irra Jiran

  • Sardees

  • Yerusaalem

  • Ekbaataanaa

  • Baabilon

  • Bulchiinsa Baabiloniyaa

  • Teemaa

  • Susaa, Shushaan

  • Parsapoolis

  • Bulchiinsa Meedo-Faarsi

  • Bulchiinsa Roomaa

  • Roomaa

  • Peelaa

  • Konistaantinoopil (Baayzaantaayin)

  • Iskindiriyaa

  • Yerusaalem

  • Anxokiyaa

  • Seluuqiyaa

  • Bulchiinsa Giriikii

  • Kaarticha Irratti kan Mulʼatan

  • Bulchiinsa Baabiloniyaa

  • Bulchiinsa Meedo-Faarsi

  • Bulchiinsa Giriikii

  • Bulchiinsa Roomaa

  • Naannoowwan Bulchiinsa lamaanuu jala turan

  • Duraa Duuba Yeroo Irratti kan Mulʼatan

  • Baabilon Yerusaalemiin balleessite Dh.K.D. 607

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi