LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • bm ful. 4-30
  • Duraa Duuba Yeroo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Duraa Duuba Yeroo
  • Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waardiyyoota Fakkeenya Taʼan Tokko Tokko
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Yihowaan Waadaa Gale Ni Eega
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Raajiin Daaniʼel Yeroo Masiihichi Itti Dhufu Dursee Dubbateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Raajiin Daani’el Dhufaatii Masiihichaa Dursee Kan Dubbate Akkamitti?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
bm ful. 4-30

Duraa Duuba Yeroo

  1. “Waaqayyo jalqabatti . . . ”

  2. Dh.K.D. 4026 Bara Addaam itti uumame

  3. Dh.K.D. 3096 Bara Addaam itti du’e

  4. Dh.K.D. 2370 Bara Bishaan Badiisaa itti jalqabe

  5. Dh.K.D. 2018 Bara Abrahaam itti dhalate

  6. Dh.K.D. 1943 Kakuu Abrahaamii wajjin galame

  7. Dh.K.D. 1750 Bara Yoseef garba ta’ee itti gurgurame

  8. Dh.K.D. 1613 Bara Iyoob itti qorame

  9. Dh.K.D. 1513 Bara Gibxii keessaa itti ba’an

  10. Dh.K.D. 1473 Israa’eloonni geggeessaa Iyaasuutiin Kana’aanitti galan

  11. Dh.K.D. 1467 Yeroo magaalaawwan Kana’aan hedduusaanii itti qabatan

  12. Dh.K.D. 1117 Bara Saa’ol Mootii ta’ee itti dibame

  13. Dh.K.D. 1070 Bara Waaqayyo Daawitiif kakuu Mootummaa itti gale

  14. Dh.K.D. 1037 Bara Solomoon mootii itti ta’e

  15. Dh.K.D. 1027 Bara Manni qulqullummaa Yerusaalem ijaaramee itti xumurame

  16. Dh.K.D. naannoo 1020 Bara Macaafni Weedduu Weedduu Caalu barreeffamee itti xumurame

  17. Dh.K.D. 997 Bara mootummaan Israa’el bakka lamatti itti hirame

  18. Dh.K.D. naannoo 717 Bara Macaafni Fakkeenyaa barreeffamee itti xumurame

  19. Dh.K.D. 607 Bara Yerusaalem itti balleeffamte; bara Baabilonitti boojuudhaan geeffamuun itti jalqabe

  20. Dh.K.D. 539 Bara Baabilon Qirosiin itti mo’amte

  21. Dh.K.D. 537 Bara Yihudoonni boojuudhaa Yerusaalemitti deebi’an

  22. Dh.K.D. 455 Bara dallaan Yerusaalem deebi’ee itti ijaarame; waggaan torba si’a 69 ni jalqabe

  23. Dh.K.D. 443 booda bara Miilkiyaas kitaabsaa itti barreessee xumure

  24. Dh.K.D. naannoo 2 Bara Yesus itti dhalate

    Hubachiisa: Waggaan zeeroo jedhamu hin jiru

  25. Dh.K.B. 29 Bara Yesus itti cuuphame

    Dh.K.B. 29 Yesus waa’ee Mootummaa Waaqayyoo lallabuu jalqabe

  26. Dh.K.B. 31 Bara Yesus bartootasaa 12 itti filachuu jalqabe; bara inni Lallabasaa Gaararraa itti dhiheesse

  27. Dh.K.B. 32 Yesus Alaazaariin du’aa kaase

  28. Dh.K.B. Niisaan 14 (Jiini Niisaan, Guraandhalaafi Ebla gidduutti argama) Bara Yesus itti fannifame

  29. Dh.K.B. Niisaan 16 Yesus du’aa ka’e

  30. Dh.K.B. Siivan 6, 33 Phenxeqostee; guyyaa hafuurri qulqulluun itti bu’e (jiini Siivaan, Caamsaafi Waxabajjii gidduutti argama)

  31. Dh.K.B. 36 Bara Qorneelewos Kiristiyaana itti ta’e

  32. Dh.K.B. naannoo 47-48 adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa tokkoffaa

  33. Dh.K.B. naannoo 49-52 adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa lammaffaa

  34. Dh.K.B. naannoo 52-56 adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa sadaffaa

  35. Dh.K.B. naannoo 60-61 Phaawulos yommuu Roomaatti hidhamee turetti ergaawwan barreesseera

  36. Dh.K.B. 62 dura Yaaqoob obboleessi Yesus ergaawwan barreesse

  37. Dh.K.B. 66 Bara Yihudoonni warra Roomaarratti ka’an

  38. Dh.K.B. 70 Bara Yerusaalemiifi manni qulqullummaashee warra Roomaatiin balleeffamte

  39. Dh.K.B. naannoo 96 Bara Yohannis macaafa Mul’ataa itti barreesse naannoo

  40. Dh.K.B. naannoo 100 Bara ergamoota Yesus keessaa isa dhumaa kan ta’e, Yohannis itti du’e naannoo

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi