SAANDUQA 11A
Waardiyyoota Fakkeenya Taʼan Tokko Tokko
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Waardiyyoonni kun mormiin isaan irra gaʼeera, amanamoo taʼanii jiraataniiru, akkasumas ergaa akeekkachiisaa fi misiraachoo labsaniiru.
ISRAAʼEL DURII
Isaayyaas Dh.K.D. bara 778–n. 732
Ermiyaas Dh.K.D. bara 647–580
Hisqiʼel Dh.K.D. bara 613–n. 591
JAARRAA JALQABAA
Yohaannis Cuuphaa Dh.K.B. bara 29–32
Yesuus Dh.K.B. bara 29–33
Phaawulos Dh.K.B. n. bara 34–n. 65
BARA KEENYA
Chaarlis Teez Raasilii fi Michoota Isaa n. bara 1879-1919
Garbicha Amanamaa bara 1919 Hanga Ammaatti