LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 88-89
  • Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Sadan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Sadan
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • 1. ‘Isa Mirga Seeraa Qabu’ (Hisqiʼel 21:25-27)
  • 2. ‘Tajaajilaan Koo Isaan ni Soora, Tiksee Isaaniis ni Taʼa’ (Hisqiʼel 34:22-24)
  • 3. Bara Baraaf ‘Mootiin Tokko Hunda Isaanii ni Bulcha’ (Hisqiʼel 37:22, 24-28)
  • “Ani Tiksee Tokko . . . Nan Kaasa”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Bara 1914—​Waggaa Raajii Macaafa Qulqulluu Keessatti Iddoo Guddaa Qabu
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Mootummaa Waggaa 100⁠f Bulche​—Kan Si Tuqu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Duraa Duuba Yeroo
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 88-89

SAANDUQA 8B

Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Sadan

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

1. ‘Isa Mirga Seeraa Qabu’ (Hisqiʼel 21:25-27)

BARA SABOOTAAF MURTEEFFAME (Dh.K.D. BARA 607–Dh.K.B. BARA 1914)

  1. Dh.K.D. BARA 607​—Zedeeqiyaan aangoo irraa buufame

  2. Dh.K.B. BARA 1914​—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame

Gara boqonnaa 8, keeyyata 12-15tti deebiʼi

2. ‘Tajaajilaan Koo Isaan ni Soora, Tiksee Isaaniis ni Taʼa’ (Hisqiʼel 34:22-24)

GUYYOOTA DHUMAA (Dh.K.B. BARA 1914–ARMAAGEDOON BOODA)

  1. Dh.K.B. BARA 1914​—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame

  2. Dh.K.B. BARA 1919​—Garbichi amanamaanii fi ogeessi hoolota Waaqayyoo akka tiksuuf muudameera

    Dibamtoonni amanamoo taʼan Masiihicha isa mootii taʼe jalatti walitti qabamu; boodas tuuta uummataa guddaa wajjin tokko taʼu

  3. ARMAAGEDOON BOODA​—Eebbawwan karaa bulchiinsa Mootii kanaa dhufan bara baraaf itti fufu

Gara boqonnaa 8, keeyyata 18-22tti deebiʼi

3. Bara Baraaf ‘Mootiin Tokko Hunda Isaanii ni Bulcha’ (Hisqiʼel 37:22, 24-28)

GUYYOOTA DHUMAA (Dh.K.B. BARA 1914–ARMAAGEDOON BOODA)

  1. Dh.K.B. BARA 1914​—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame

  2. Dh.K.B. BARA 1919​—Garbichi amanamaanii fi ogeessi hoolota Waaqayyoo akka tiksuuf muudameera

    Dibamtoonni amanamoo taʼan Masiihicha isa mootii taʼe jalatti walitti qabamu; boodas tuuta uummataa guddaa wajjin tokko taʼu

  3. ARMAAGEDOON BOODA​—Eebbawwan karaa bulchiinsa Mootii kanaa dhufan bara baraaf itti fufu

Gara boqonnaan 8, keeyyata 23-26tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi