3-B
Chaartii: Raajotaafi Mootota Yihudaafi Israaʼel (Kutaa 2)
Mootota, Mootummaa isa Kibbaa (Kan itti fufe)
777 Dh.K.D.
Yotaam: waggaa 16
762
Ahaaz: waggaa 16
746
Hisqiyaas: waggaa 29
716
Minaasee: waggaa 55
661
Amoon: waggaa 2
659
Yosiyaas: waggaa 31
628
Yehoʼahaaz: jiʼa 3
Yehoyaaqiim: waggaa 11
618
Yohoyaakiin: jiʼa 3fi guyyaa 10
617
Zedeqiiyaa: waggaa 11
607
Yerusaalemiifi manni qulqullummaashee weerartoota Baabilon Nebukadnezaariin geggeeffamaniin balleeffaman. Zedeqiiyaa inni hidda dhaloota Daawit keessatti mootii isa dhumaa ture aangoorraa buufame
Mootota, Mootummaa is Kaabaa (Kan itti fufe)
n. 803 Dh.K.D.
Zakkaariyaas: akka inni bulchetti kan galmaaʼe jiʼa 6 qofa
Zakkaariyaas bulchuu kan jalqabe taʼus, hanga n. 792tti bulchiinsisaa waan hin mirkanoofne fakkaata
n. 791
Shaalum: jiʼa 1
n. 780
Menaahem: waggaa 10
Pheqaayaa: waggaa 2
n. 778
Pheqaa: waggaa 20
n. 758
Hoseʼaa: n. 748 kaasee waggaa 9
n. 748
Bulchiinsi Hoseʼaa sirriitti kan of dandaʼe ykn mootii warra Asor kan taʼe Tiiglaat-Phileeser sadaffaarraa n. 748tti gargaarsa waan argate fakkaata
740
Asor Samaariyaa weerarte, Israaʼeliin toʼannaashee jala oolchite; Mootummaan gosa Israaʼel kurnanii inni Kaabaa ni balleeffame
Maqaa Raajotaa
Isaayaas
Miikiyaas
Sefaaniyaa
Ermiyaas
Naahom
Anbaaqom
Daaniʼel
Hisqiʼel
Obaadiyaa
Hoseʼaa