4
Wantoota Gurguddaa Yeroo Yesus Lafarra Jiraachaa Turetti Raawwataman—Hanga Tajaajila Yesusitti
Wangeelota Arfan Duraa Duuba Yerootiin
Chaartiin armaan gadii kaartaa deemsa Yesusiifi bakka inni itti lallabe argisiisu qaba. Xiyyi kaarticharratti argamu daandii sirrii irra deemame utuu hin taʼin kallattii kan argisiisudha.
Hanga Tajaajila Yesusitti
YEROO |
BAKKA |
WANTA RAAWWATAME |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
Dh.K.D. 3 |
Yerusaalem, mana qulqullummaa |
Gabriʼel Yohaannis cuuphaan akka dhalatu Zakkaariyaasitti hime |
||||
Dh.K.D. n. 2 |
Naazireet; Yihudaa |
Gabriʼel Yesus akka dhalatu Maariyaamitti hime; firashee Elsaabex bira deemte |
||||
Dh.K.D. 2 |
Magaalaa Yihudaa tabbarratti argamtu |
Yohaannis cuuphaan dhalatee moggaafame; Zakkaariyaas raajii dubbate; Yohaannis lafa onaa keessa jiraate |
||||
Dh.K.D. n. Onk. 1 |
Bethlehem |
Jesus born; “the Word became flesh” |
||||
Naannoo Betlihem; Betlihem |
Ergamaan tiksitootatti misiraachoo hime; ergamoonni Waaqayyoon jajatan; tiksitoonni mucicha ilaaluu deeman |
|||||
Betlihem; Yerusaalem |
Yesus dhaqna qabate (guyyaa 8ffaatti); warrisaa mana qulqullummaatti isa geessan (guyyaa 40 booda) |
|||||
Dh.K.D. 1 ykn Dh.K.B. 1 |
Yerusaalem; Betlihem; Gibxii; Naazireet |
Namoonni urjii lakkaaʼan isa bira dhaqan; Gibxiitti baqatan; Herodis ijoollee dhiiraa ajjeesise; Gibxii deebiʼanii Naazireet keessa jiraatan |
||||
Dh.K.B. 12, Faasikaa |
Yerusaalem |
Yesus waggaa 12tti mana qulqullummaatti barsiisota gaaffii gaafate |
||||
Naazireet |
Naazireetitti deebiʼe; warrasaatiif abboomamuu itti fufe; muka soofuu barate; Maariyaam ijoollee dhiiraa kan biraa afuriifi intalootas guddisteetti (Mat. 13:55, 56; Mar. 6:3) |
|||||
29, n. Eblaa |
Lafa onaa, Laga Yordaanos |
Yohaannis Cuuphaan tajaajilasaa jalqabe |