Fuula Mata Duree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
© 2005
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA
Maxxansitoonni
Caqasiwwan Macaafa Qulqulluu kitaaba kana keessatti argaman, kallattiidhaan kan fudhataman miti. Ijoollee xixiqqoon karaa salphaa ta’een yaadasaa hubachuu akka danda’anitti kan qophaa’anidha. Boqonnaaniifi lakkoofsiwwan tokkoon tokkoon dhuma seenichaarratti argaman, yaadiwwan kun Macaafa Qulqulluurraa eessatti akka argaman argisiisu.
Bara 2012tti Maxxanfame
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan kitaabicha keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasichatti aansee, NW yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa keessaa ta’uusaa argisiisa.