Qabiyyee
KUTAA 1—UUMAMAA HANGA BISHAAN BADIISAATTI
1 Waaqayyo Wantoota Adda Addaa Uumuu Jalqabe
4 Iddoo Jireenyaasaaniitii Kan Baafaman Maaliifi?
5 Jireenya Ulfaataa Ta’e Jiraachuutu Jalqabame
6 Mucaa Gaarii Ta’e Tokkoofi Mucaa Hamaa Ta’e Tokko
8 Namoota Dhedheeroofi Humna Guddaa Qaban
10 Bishaan Badiisaa Isa Guddaa
KUTAA 2—BISHAAN BADIISAATII HANGA GIBXII BA’ANITTI
12 Namoonni Gamoo Guddaa Ijaaran
13 Michuu Waaqayyoo Kan Ture Abrahaam
14 Waaqayyo Amantii Abrahaam Qore
15 Haati Manaa Loox Gara Duubaa Ilaalte
16 Yisihaq Haadha Manaa Gaarii Argate
21 Obboloonni Yoseef Isa Jibban
26 Iyoob Waaqayyoof Amanamaa Ture
27 Mootii Hamaan Tokko Biyya Gibxii Bulchuu Jalqabe
31 Museefi Aaron Fara’oon Duratti Dhihaatan
KUTAA 3—GIBXII ERGA BA’ANII KAASEE HANGA MOOTII ISRAA’EL ISA DURAATTI
37 Dunkaana Waaqeffannaadhaaf Tajaajilu
41 Bofa Sibiila Diimaarraa Hojjetame
47 Hattuu Israa’el Keessa Ture
49 Biiftuun Bakka Jirtutti Dhaabatte
50 Dubartoota Ija Jabeeyyii Ta’an Lamaan
55 Mucaa Xinnoo Waaqayyoon Tajaajile
KUTAA 4—MOOTII ISRAA’EL ISA JALQABAARRAA HANGA BOOJUU BAABILONITTI
56 Mootii Israa’el Isa Jalqabaa Kan Ta’e Saa’ol
59 Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
62 Rakkoo Maatii Daawitirra Ga’e
63 Mootii Ogeessa Kan Ta’e Solomoon
64 Solomoon Mana Qulqullummaa Ijaare
66 Mootii Hamtuu Kan Taate Iizaabel
67 Yoshaafaax Yihowaatti Amaname
68 Ijoollee Dhiiraa Du’aa Ka’an Lama
69 Intalli Tokko Nama Jabaa Tokko Gargaarte
70 Yoonaasiifi Qurxummii Guddicha
71 Waaqayyo Jannata Akka Fidu Abdii Kenneera
72 Waaqayyo Hisqiyaas Mooticha Gargaare
75 Ijoollee Dhiiraa Arfan Baabilon Keessa Turan
KUTAA 5—BOOJUU BAABILONII HANGA IJAARSA MASARAAWWAN YERUSAALEMITTI
78 Barreeffama Keenyanirratti Harkaan Barreeffame
79 Daani’el Boolla Leencaa Keessatti
80 Sabni Waaqayyoo Baabilonii Ba’e
81 Gargaarsa Waaqayyootti Amanamuu
KUTAA 6—DHALOOTA YESUSII KAASEE HANGA DU’ASAATTI
84 Ergamaan Tokko Maariyaamiin Haasofsiise
85 Yesus Moonaa Keessatti Dhalate
86 Namoota Urjiidhaan Geggeeffaman
87 Yesus Mana Qulqullummaa Keessatti
89 Yesus Namoota Gadhee Mana Qulqullummaa Keessaa Ari’e
90 Dubartii Tokkoo Wajjin Boolla Bishaanii Biratti
91 Yesus Gaara Tokkorratti Barsiise
93 Yesus Namoota Baay’ee Nyaachise
94 Yesus Ijoollee Xixinnoo Ni Jaallata
95 Akkaataa Yesus Itti Barsiise
96 Yesus Warra Dhukkubsatan Fayyise
99 Kutaa Fooqii Tokko Keessatti
100 Yesus Dhaaba Ashaakiltii Keessatti
KUTAA 7—YESUS ERGA DU’AA KA’EE KAASEE HANGA PHAAWULOS HIDHAMETTI
102 Yesus Du’aa Ka’e
104 Yesus Gara Samiitti Deebi’e
105 Yerusaalem Taa’anii Eeggachuu
106 Mana Hidhaatii Gadhiifamuu
107 Isxifaanos Dhagaadhaan Rukutame
108 Karaa Gara Damaasqoo Geessurratti
109 Phexros Gara Mana Qorneelewos Dhaqe
110 Gargaaraa Phaawulos Isa Haaraa Kan Ta’e Ximotewos
111 Mucaa Muge
112 Markabni Tokko Biyya Bishaan Gidduu Jirtu Tokko Biratti Cabe
113 Phaawulos Roomaa Keessatti
KUTAA 8—WANTI MACAAFNI QULQULLUUN RAAJESSE NI RAAWWATAMA
115 Jannata Haaraa Lafarratti Dhaabamtu
116 Bara Baraaf Jiraachuu Kan Dandeenyu Akkamitti
Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu Jedhamuuf Gaaffiiwwan Qayyabannaadhaaf Qophaa’an
Gaaffiin seenaa 116 armaan olitti argamaniif qophaaʼe fuula seenaa 116ffaan itti xumuramutti aanee jirurraa jalqabee argama.