Faarfannaa 143
Ifa Addunyaa Dukkanaaʼaa Keessatti Ifu
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Guyyoota dukkanaa kanat,
Ifni ifaa jira.
Dukkanni nurraa ni darba
Yeroon’saa gaʼeera.
(WALLEE)
Ifa ergaan keenya,
Dukkana keessaa ifa;
Abdii namaa kenna.
Sirni kun ni darba;
Addunyaa haaraan dhufee
Fida eebba.
Dammaqsaa kan rafaa jiran
Waan hin jirreef yeroon.
Isaan ni jajjabeessina.
Isaaniif kadhanna.
(Wallee)
Ifa ergaan keenya,
Dukkana keessaa ifa;
Abdii namaa kenna.
Sirni kun ni darba;
Addunyaa haaraan dhufee
Fida eebba.
(Dabalataan Yoh. 3:19; 8:12; Rom. 13:11, 12; 1 Phe. 2:9 ilaali.)