LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • snnw far. 151
  • Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo
  • Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Lallabuuf Qophaaʼuu
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Ilma Kee Isa Tokkicha Nuuf Laatte
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Jireenya Dhuma hin Qabne!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
snnw far. 151

Faarfannaa 151

Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Roomaa 8:19)

  1. Waaqni dhiheenyat’ mulʼisa

    Warra filataman.

    Ni taʼu ilmaan hafuuraa,

    Yesuus wajjin bulchan.

    (WALLEE)

    Ilmaan Waaqaa ni mulʼatu

    Kiristosii wajjin.

    Isa faana injifatu

    Badhaasa argatu.

  2. Dhiheenyatti ni waamamu

    Dibamtoonni hafan.

    Hunda walitti ni qaba

    Mootiin moototaa kun.

    (WALLEE)

    Ilmaan Waaqaa ni mulʼatu

    Kiristosii wajjin.

    Isa faana injifatu

    Badhaasa argatu.

    (Ceesisa)

    Yesuus wajjin taʼuun banu

    Lola ʼsa xumuraa.

    Gaaʼelli ʼsaanii fi Yesuus

    Bara baraaf tura.

    (WALLEE)

    Ilmaan Waaqaa ni mulʼatu

    Kiristosii wajjin.

    Isa faana injifatu

    Badhaasa argatu.

(Dabalataan, Dan. 2:​34, 35; 1 Qor. 15:​51, 52; 1 Tas. 4:​15-17 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi