Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Seenaa jireenyaa fi tajaajila Yesuus, nama akkamii akka ture, wanta inni barsiisee fi hojjete, akkasumas kana irraa faayidaa argachuu kan dandeessu akkamitti akka ta‵e ibsu.
Barreeffamni kun kan hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan Uumamaa-Miilkiyaasitti argaman Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame irraa kan fudhatamani dha. Caqasawwan Maatewosii-Mulʼataatti argaman immoo Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa (Maatewos-Mulʼata) Afaan Oromootiin qophaaʼe irraa kan fudhatamani dha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Amajjii 2025 Maxxanfame
Oromo (jy-OA)
© 2015
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA