Ittiin Baafata
FUULA BOQONNAA
KUTAA 1—YESUUS TAJAAJILA ISAA JALQABUU ISAA DURA
10 1 Ergaawwan Waaqayyo Biraa Dhufan Lama
12 2 Yesus Dhalachuu Isaa Dura Ulfina Argate
14 3 Namni Daandicha Qopheessu Ni Dhalate
16 4 Maariyaam Hin Heerumne Garuu Ulfoofteetti
18 5 Yesuus Ni Dhalate—Eessattii fi Yoom?
22 7 Namoonni Urjii Lakkaaʼan Yesuusiin Ilaaluu Dhufan
24 8 Bulchaa Hamaa Taʼe Jalaa Baqatan
28 10 Yesuusii fi Maatiin Isaa Gara Yerusaalem Deeman
30 11 Yohaannis Cuuphaan Daandicha Qopheesse
KUTAA 2—YESUUS TAJAAJILA ISAA JALQABE
36 13 Akkaataa Yesuus Qorumsa Itti Moʼe Irraa Baradhu
38 14 Yesuus Namoota Barattoota Gochuu Jalqabe
40 15 Dinqii Isa Jalqabaa Hojjete
42 16 Yesuus Waaqeffannaa Dhugaatiif Hinaaffaa Argisiise
44 17 Halkaniin Niqodimoosiin Barsiise
46 18 Yesuus Dabalaa Yohaannis Immoo Hirʼachaa Adeeme
48 19 Dubartii Samaariyaa Tokko Barsiise
KUTAA 3—TAJAAJILA GUDDAA YESUUS GALIILAATTI RAAWWATE
54 20 Qaanaa Keessatti Dinqii Isa Lammaffaa Hojjete
56 21 Mana Sagadaa Naazireetitti Argamutti
58 22 Barattoonni Yesuus Afur Namoota Kan Qaban Taʼu
60 23 Yesuus Qifirnaahom Keessatti Dinqiiwwan Guguddaa Hojjete
62 24 Tajaajila Isaa Galiilaa Keessatti Babalʼise
64 25 Gara Laafinaan Nama Dhukkuba Nadaayiitiin Qabame Fayyise
66 26 “Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”
70 28 Barattoonni Yesuus Kan Hin Soomne Maaliifi?
72 29 Namni Tokko Guyyaa Sanbataatti Hojii Gaarii Hojjechuu Ni Dandaʼaa?
74 30 Hariiroo Yesuus Abbaa Isaa Wajjin Qabu
76 31 Guyyaa Sanbataatti Qamadii Cirachuu
78 32 Guyyaa Sanbataatti Wanti Seerichi Heyyamu Maali Dha?
80 33 Raajiin Isaayyaas Akka Raawwatamu Godhe
82 34 Yesuus Ergamoota Kudha Lama Filate
84 35 Lallaba Gaara Irraa Isa Beekamaa
92 36 Ajajaa Dhibbaa Amantii Guddaa Akka Qabu Argisiise
94 37 Yesuus Ilma Dubartii Abbaan Manaa Irraa Duʼe Tokkoo Fayyise
96 38 Yohaannis Yesuus Irraa Dhagaʼuu Barbaade
98 39 Dhaloota Dantaa Hin Qabneef Wayyoo
100 40 Barumsa Dhiifama Gochuu Ilaalchisee Kenname
102 41 Dinqiiwwan—Humna Eenyuutiin?
104 42 Yesuus Fariisota Balaaleffate
106 43 Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatan
112 44 Yesuus Obomboleettii Galaana Irratti Kaʼe Cal Jechisiise
114 45 Jinniiwwan Hedduu Irratti Humna Qaba
116 46 Uffata Yesuus Tuqxee Fayyite
118 47 Intalli Tokko Deebitee Jiraatte!
120 48 Dinqiiwwan Hojjetus, Naazireetitti Illee Fudhatama Hin Arganne
122 49 Galiilaa Keessatti Lallabe, Akkasumas Ergamoota Isaa Leenjise
124 50 Ariʼatamni Jiraatus Lallabuuf Qophaaʼan
126 51 Ajjeechaa Kabaja Guyyaa Dhalootaa Irratti Raawwatame
128 52 Daabboo fi Qurxummii Muraasaan Namoota Kumaan Lakkaaʼaman Soore
130 53 Bulchaa Humnoota Uumamaa Toʼachuu Dandaʼu
132 54 Yesuus “Nyaata Jireenyaa Ti”
134 55 Dubbiin Yesuus Namoota Hedduu Suukanneesse
136 56 Wanti Nama Xureessu Maali Dha?
138 57 Yesuus Intala Tokkoo fi Namicha Gurri Isaa Duude Fayyise
140 58 Daabboo Baayʼise, Waaʼee Raacitiis Ni Akeekkachiise
144 60 Jijjiiramuu Isaa—Kiristoosiin Ulfina Isaatiin Argan
146 61 Yesuus Mucaa Jinniidhaan Qabame Fayyise
148 62 Barumsa Barbaachisaa Gad Of Qabuu Ilaalchisee Kenname
150 63 Yesuus Nama Gufachiisuu fi Cubbuu Ilaalchisee Gorsa Kenne
152 64 Barbaachisummaa Dhiifama Gochuu
154 65 Gara Yerusaalem Utuu Deemuu Barsiise
KUTAA 4—TAJAAJILA YESUUS YIHUDAA KEESSATTI RAAWWATE ISA GARA BOODAA
158 66 Ayyaana Daasii Kabajuuf Gara Yerusaalem Deeme
160 67 “Eenyu Illee Akka Nama Kanaatti Matumaa Dubbatee Hin Beeku”
162 68 Ilma Waaqayyoo Isa “Ifa Addunyaa” Taʼe
164 69 Abbaan Isaanii Abrahaami Moo Diyaabilosi?
166 70 Yesuus Nama Qaro Dhabeessa Taʼee Dhalate Fayyise
168 71 Fariisonni Namicha Qaro Dhabeessa Ture Falman
170 72 Yesuus Akka Lallabaniif Barattoota 70 Erge
172 73 Namichi Samaariyaa Namoota Hunda Akka Jaallatu Argisiise
174 74 Barumsa Keessummaa Simachuu fi Kadhannaa Ilaalchisee Kenname
176 75 Yesuus Maddi Gammachuu Maal Akka Taʼe Dubbate
178 76 Fariisii Tokkoo Wajjin Nyaata Nyaate
180 77 Yesuus Qabeenya Ilaalchisee Gorsa Kenne
182 78 Yaa Bulchaa Amanamaa, Qophaaʼaa Taʼi!
184 79 Badiisi Isaanitti Dhufuuf Kan Jedhu Maaliifi?
186 80 Tiksee Gaarii fi Gola Hoolotaa
188 81 Yesuusii fi Abbaan Tokko Kan Taʼan Karaa Kamiini?
KUTAA 5—TAJAAJILA YESUUS BAHA YORDAANOSITTI RAAWWATE
192 82 Tajaajila Yesuus Peeriyaatti Raawwate
196 84 Barataa Taʼuun Hammam Ulfaataa Dha?
198 85 Cubbamaan Yeroo Yaada Geddaratu Gammaduu
200 86 Ilmi Badee Ture Ni Deebiʼe
204 87 Ogummaatti Fayyadamanii Dursanii Karoorfachuu
206 88 Haalli Namicha Sooressaa fi Alaazaar Ni Jijjiirame
210 89 Gara Yihudaa Utuu Deemuu Peeriyaatti Barsiise
212 90 ‘Duʼaa Kaʼuu fi Jireenya’
216 92 Namichi Dhukkuba Nadaayiitiin Qabame Galata Qabeessa Taʼuu Isaa Argisiise
220 94 Wantoota Baayʼee Barbaachisan Lama—Kadhannaa fi Gad Of Qabuu
222 95 Waaʼee Wal Hiikuu fi Ijoollee Jaallachuu Barsiise
224 96 Yesuus Geggeessaa Sooressaa fi Dargaggeessa Taʼeef Deebii Kenne
226 97 Fakkeenya Namoota Maasii Wayinii Keessa Hojjetanii
228 98 Ergamoonni Ammas Iddoo Guddaa Argachuu Barbaadan
230 99 Yesuus Qaro Dhabeeyyii Fayyise, Akkasumas Zakkewoosiin Gargaare
232 100 Fakkeenya Yesuus Waaʼee Miinaa Kudhanii Dubbate
KUTAA 6—TAJAAJILA YESUUS ISA XUMURAA
236 101 Afeerraa Bitaaniyaatti Mana Simoonitti Qophaaʼe
238 102 Mootichi Ilmoo Harree Irra Taaʼee Gara Yerusaalem Seene
240 103 Manni Qulqullummaa Ammas Ni Qulqulleeffame
242 104 Yihudoonni Sagalee Waaqayyoo Dhagaʼan—Isatti Ni Amanuu Laata?
244 105 Muka Harbuutti Fayyadamee Waaʼee Amantii Barsiise
246 106 Fakkeenya Maasii Wayinii Ilaalchisee Dubbatame Lama
248 107 Mootiin Tokko Namoota Cidha Gaaʼelaa Irratti Afeeraman Waame
250 108 Yesuus Yaalii Kiyyootti Isa Galchuuf Taasifame Fashaleesse
252 109 Mormitoota Isaa Balaaleffate
254 110 Guyyaa Xumuraa Yesuus Mana Qulqullummaatti Dabarse
256 111 Ergamoonni Mallattoo Isa Gaafatan
260 112 Barumsa Dammaqoo Taʼuu Ilaalchisee Kenname—Durboota
262 113 Barumsa Cimanii Hojjechuu Ilaalchisee Kenname—Taalaantii
264 114 Kiristoos Yommuu Dhufu Hoolotaa fi Reʼootatti Murteessa
266 115 Faasikaan Yesuus Yeroo Xumuraatiif Kabaju Ni Dhihaate
268 116 Faasikaa Isa Xumuraa Irratti Waaʼee Gad Of Qabuu Barsiise
272 118 Hunda Irra Kan Caalu Eenyu Akka Taʼe Ilaalchisee Falmiitu Kaʼe
274 119 Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
276 120 Akka Dameewwaniitti Firii Godhachuu fi Michuu Yesuus Taʼuu
278 121 “Jabaadhaa! Ani Addunyaa Moʼeera”
280 122 Kadhannaa Xumuraa Yesuus Kutaa Fooqii Irraa Keessatti Dhiheesse
282 123 Baayʼee Gaddee Utuu Jiruu Kadhate
284 124 Kiristoos Dabarfamee Kenname, Akkasumas Ni Qabame
286 125 Yesuus Haannaasitti, Achii Immoo Qayyaafaatti Geeffame
288 126 Mana Qayyaafaatti Ganame
290 127 Saanhediriin, Achiis Philaaxos Duratti Gaaffiidhaaf Dhihaate
292 128 Philaaxosis Taʼe Heroodis Balleessaa Isa Irratti Hin Arganne
294 129 Philaaxos, “Namichi Kunoo Ti!” Jedhe
296 130 Yesuus Ajjeefamuuf Dabarfamee Kenname
298 131 Mootiin Balleessaa Hin Qabne Muka Irratti Dhiphate
300 132 “Dhuguma Iyyuu Namni Kun Ilma Waaqayyoo Ture”
304 134 Bakka Awwaalaa Duwwaa—Yesuus Duʼaa Kaʼe!
306 135 Yesuus Inni Duʼaa Kaafame Namoota Hedduutti Mulʼate
308 136 Qarqara Galaana Galiilaatti
310 137 Phenxeqosxee Dura Namoonni Hedduun Isa Argan
312 138 Kiristoos Mirga Waaqayyoo Taaʼe
314 139 Yesuus Jannata Deebisee Fiduudhaan Hojii Isaaf Kenname Xumura