Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
Photo Credits:
◼ Fuula 25: WHO photo by Edouard Boubat
◼ Fuula 96-97: Explosion: Based on USAF photo; child: Based on WHO photo by W. Cutting
Barreeffamni kun kan gurguramu miti. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf hojjetamu deggeruuf, buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Onkoloolessa 2016tti Maxxanfame
Oromo (bhs-OA)
© 2016
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania