LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 136-137
  • Seensa Kutaa 10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 10
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Eenyuun Waaqeffatta?
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • Fakkichaaf Hin Sagadne
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Isaan Gombifamanii hin Sagadne
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Daani’el Boolla Leencaa Keessatti
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 136-137
Ahaashweros Mootichi ulee mootii Asteer Mootittiitti yommuu qabu

Seensa Kutaa 10

Yihowaan hundumaa irratti Mootii dha. Inni wanta hunda toʼachaa tureera, gara fuulduraattis toʼachuu isaa itti fufa. Fakkeenyaaf, Ermiyaas boolla keessatti akka hin duune isa oolcheera. Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo ibidda keessaa oolcheera, Daaniʼeliin immoo afaan leencotaa irraa oolcheera. Yihowaan guutummaa saba ishii oolchuu akka dandeessuuf Asteeriin eegeera. Inni hamminni bara baraaf akka itti fufu hin heyyamu. Raajiin waaʼee bifa fakkeenyaa isa guddaa fi muka isa guddaa dubbatame, Mootummaan Yihowaa dhiheenyatti hammeenya hunda balleessee ofii isaatii bara baraaf lafa akka bulchu wabii taʼa.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Mootummaan Yihowaa bulchiinsa ilmaan namootaa hundumaa caalaa humna guddaa qaba

  • Akkuma Asteerii fi Daaniʼel eessa iyyuu yoo jiraanne, yoom iyyuu wanta sirrii taʼe cinaa dhaabachuu qabna

  • Akkuma Ermiyaasii fi Nahimiyaa, haalli rakkisaan yommuu nu mudatu guutummaatti Yihowaatti amanamuu qabna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi