LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 160-161
  • Seensa Kutaa 11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 11
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Seensa Kutaa 13
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Seensa Kutaa 4
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Yesuus Kiristoos Eenyu?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Seensa Kutaa 12
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 160-161
Yoseef anaaxii akka taʼuuf Yesuusiin yommuu leenjisu, Maariyaamii fi obbolaan Yesuus isaanitti dhihoo taʼanii

Seensa Kutaa 11

Kutaan kun seenaa Kitaaba Qulqulluu Afaan Giriikii keessa jiru ibsa. Yesuus kan dhalate maatii hiyyeessa magaalaa xinnoo keessa jiraatu keessatti ture. Inni abbaa isaa isa anaaxii taʼee wajjin hojjeteera. Yesuus isa ilmaan namootaa fayyisu dha. Yihowaan, Mootii Mootummaa samii akka taʼu isa filateera. Warra yoo taatan, ijoolleen keessan Yihowaan maatii fi haala Yesuus keessatti guddatu akkamitti of eeggannoodhaan akka filate akka hubatan gargaaraa. Yihowaan Heroodis akka isa hin ajjeesne Yesuusiin kan eege akkamitti akka taʼee fi wanti tokko iyyuu kaayyoon Yihowaa akka hin raawwatamne gufuu taʼuu akka hin dandeenye isaan hubachiisaa. Yihowaan Yesuusiif karaa akka qopheessu Yohaannisiin kan muude akkamitti akka taʼe isaan barsiisaa. Yesuus ijoollummaa isaatii jalqabee ogummaa Yihowaa akka jaallatu kan argisiise akkamitti akka taʼe ibsaa.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Qophii Yihowaatiif yeroo hundumaa amanamaa taʼi

  • Yesuus inni Ilma Waaqayyoo isa humna qabeessa taʼe, daaʼima taʼee lafa irratti dhalachuuf tole jedheera

  • Yohaannis Cuuphaan gad of qabuudhaan namoonni dhufaatii Masiihichaatiif akka of qopheessan gargaareera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi