LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lmd barumsa 1
  • Fedhii Namootaatiif Xiyyeeffannaa Kenni

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fedhii Namootaatiif Xiyyeeffannaa Kenni
  • Namoota Jaalladhu—Barattoota Godhi
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yesuus Maal Godhe?
  • Yesuusirraa Maal Baranna?
  • Fakkeenya Yesuus Hordofi
  • Mariin Keessan Ofuma Isaatiin Akka Itti Fufu Godhi
    Namoota Jaalladhu—Barattoota Godhi
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Maree Dhugaa Baʼuuf Gargaaru Jalqabuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Dandeettii Namootaa Wajjin Mariʼachuuf Qabnu Fooyyessuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Karaa Alidilee Taʼeen Dhugaa Baʼuuf Marii Jalqabuu
    Tajaajila Mootummaa—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Namoota Jaalladhu—Barattoota Godhi
lmd barumsa 1

MARII JALQABUU

Yesuus boolla bishaanii tokko biratti dubartii takka wajjin haasaʼaa jira.

Yoh. 4:6-9

BARUMSA 1

Fedhii Namootaatiif Xiyyeeffannaa Kenni

Dhugaa buʼuuraa: “Jaalalli . . . faayidaa mataa isaa qofa hin barbaadu.”—1 Qor. 13:4, 5.

Yesuus Maal Godhe?

Yesuus boolla bishaanii tokko biratti dubartii takka wajjin haasaʼaa jira.

VIIDIYOO: Yesuusii fi Dubartii Samaariyaa

1. VIIDIYICHA ilaali ykn Yohaannis 4:6-9 dubbisi. Achiis gaaffilee armaan gadiirratti yaadi:

  1. Yesuus marii jalqabuu isaa dura dubartii sana ilaalchisee maal hubateera?

  2. Yesuus, “Bishaan ani dhugu naa kenni” jedheera. Malli kun marii jalqabuuf buʼa qabeessa kan taʼe maaliifi?

Yesuusirraa Maal Baranna?

2. Dhimma nama haasofsiisnu hawwatu kaasuun keenya marii gaarii gochuuf nu gargaara.

Fakkeenya Yesuus Hordofi

3. Sirreeffama barbaachisu godhi. Marii jalqabuuf dirqama yaada irratti qophoofte tokko kaasuu akka qabdu gootee hin yaadin. Wanta namoonni harʼa irratti yaadaa jiran tokko kaasuudhaan marii jalqabi. Akkana jedhii of gaafadhu:

  1. ‘Oduurratti maaltu dhihaate?’

  2. ‘Olloonni koo, namoonni na wajjin hojjetan ykn ijoolleen na faana baratan waaʼee maalii haasaʼaa jiru?’

4. Hubataa taʼi. Akkana jedhii of gaafadhu:

  1. ‘Namni kun amma maal gochaa jira? Waaʼee maalii yaadaa jira laata?’

  2. ‘Uffannaan, haalli ykn manni nama kanaa waaʼee amantii isaa ykn aadaa isaa maal na hubachiisa?’

  3. ‘Nama kana amma haasofsiisuun gaariidhaa?’

5. Dhaggeeffadhu.

  1. Baayʼee hin dubbatin.

  2. Namni haasofsiistu yaada isaa akka ibsu jajjabeessi. Yeroo barbaachisutti gaaffii isa gaafadhu.

CAQASOOTA KANAS ILAALI

Mat. 7:12; 1 Qor. 9:20-23; Filp. 2:4; Yaq. 1:19

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi