Qabiyyee
Adoolessa 15, 2009
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Hagayya 31, 2009–Fulbaana 6, 2009
Badhaadhummaa “Isa Keessa Dhokfame” Barbaadanii Argachuu
FUULA 3
FAARFANNAA: 7 (51), 21 (191)
Fulbaana 7-13, 2009
Maatiiwwan Kiristiyaanaa, Fakkeenya Yesus Hordofaa!
FUULA 7
FAARFANNAA: 9 (37), 23 (200)
Fulbaana 14-20, 2009
Fakkeenya Yesus Hordofuudhaan Jaalalaan Barsiisaa
FUULA 15
FAARFANNAA: 22 (130), 18 (162)
Fulbaana 21-27, 2009
Ija Jabinaan Lallabuudhaan Fakkeenya Yesus Hordofaa
FUULA 19
FAARFANNAA: 3 (32), 25 (204)
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Mataduree Qayyabannaa 1 FUULA 3-7
Yihowaan tajaajiltoonnisaa hundi badhaadhummaa gati jabeessa ta’eefi Kiristos “keessa dhokfame” akka barbaadan afeera. Badhaadhummaan kun maalfaa dabalata? Akkamitti argachuu dandeenya? Kan nu fayyadan akkamitti? Matadureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii argachuuf nuu gargaara.
Mataduree Qayyabannaa 2 FUULA 7-11
Yesus yeroo namoonni uumamanii kaasee nageenya ilmaan namootaatiif guddaa yaada ture. Matadureen kun, Yesus yommuu lafarra ture barumsawwan inni barsiiseefi fakkeenyisaa, miseensota maatii keenyaa wajjin hariiroo gaarii qabaachuuf akkamitti akka nu gargaaru ibsa.
Matadureewwan Qayyabannaa 3, 4 FUULA 15-23
Wanti Yesus barsiisaa bu’a qabeessa akka ta’u godhe maal ture? Hunda caalaa, Yihowaa, namootaafi ergaa lallabu ni jaallata ture. Jaalalli mormiin isarra ga’ullee, ija jabinaan akka lallabu isa kakaaseera. Matadureewwan kun, jaalalaan barsiisuufi ija jabinaan lallabuuf fakkeenya Yesus hordofuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ibsu.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Jaalala Isa ‘Hundumaarra Caalu’ Hordofaa Jirtaa?
FUULA 12
Uumaakoo Yaadachuu’ Kanan Jalqabe Waggaa Sagaltama Duradha
FUULA 24
Wal Gargaaruun Guddina Hafuuraa Argamsiisa
FUULA 28
Galateeffannaadhaan Fudhadhu, Garaa Guutuudhaan Kenni
FUULA 29
Sanyiin Dhugaa Naannoowwan Fagoo Ga’e
FUULA 32