LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w09 12/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
w09 12/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Muddee 15, 2009

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Guraandhala 1-7, 2010

Guddinni Keessan Akka Argamu Godhaa

FUULA 11

FAARFANNAA: 45, 17

Guraandhala 8-14, 2010

Yeroo Rakkinaatti Gammachuu Keenya Eegnee Jiraachuu

FUULA 15

FAARFANNAA: 28, 14

Guraandhala 15-21, 2010

Masiihichi Karaa Waaqayyo Ittiin Fayyisudha

FUULA 20

FAARFANNAA: 12, 5

Guraandhala 22-28, 2010

Jaalala Isa Yoomiyyuu Hin Badne Hordofaa

FUULA 24

FAARFANNAA: 3, 50

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 11-19

Kiristiyaanonni hundi, jechuunis dhiirri, dubartiifi ijoolleen guddinni karaa hafuuraa godhan namootatti akka mul’atu gochuu ni danda’u. Matadureewwan kun akkamitti kana gochuu akka dandeenyu ibsu. Yeroo rakkinni nu mudatuttillee, gammachuu keenya eegnee itti fufuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’es ni ilaalla.

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 20-24

Macaafni Qulqulluun Yesus Masiihii isa abdachiifame akka ta’e ni mirkaneessa. Yihowaan, maqaasaa qulqulleessuuf, olaantummaasaa mirkaneessuuf, ilmaan namootaa isaaf abboomaman cubbuufi du’a jalaa furuuf Ilmasaa gara lafaatti ergeera. Dhugaawwan kun tajaajila keenyarratti gahee qabaachuu qabu.

Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 24-28

Jaalala Yihowaafi Yesusiif qabnu guddifachuu kan dandeenyu akkamitti? Jaalalli waan hundumaa kan danda’u akkamitti? Jaalalli yoomiyyuu hin badu jechuu kan dandeenyu akkamitti? Matadureen caqasa waggaa 2010⁠rratti hundaa’e kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Ni Yaadattaa?

FUULA 3

Maqedooniyaatti Ce’uu Ni Dandeessaa?

FUULA 4

Itti Gaafatamummaan Sitti Baay’atuyyuu Waaqayyoon Tajaajiluutti Gammadi

FUULA 8

Macaafni Qulqulluun Odoola Diimaa Guddaa Ga’e

FUULA 29

Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2009

FUULA 32

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi