LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w10 7/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
w10 7/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Adoolessa 15, 2010

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Hagayya 30–Fulbaana 5

Guyyaan Yihowaa Maal Saaxila?

FUULA 3

FAARFANNAA: 49, 40

Fulbaana 6-12

“Isin Namoota Attamii Taʼuutu Isiniif Taʼa Ree?”

FUULA 7

FAARFANNAA: 48, 29

Fulbaana 13-19

Midhaan Hafuuraa Sassaabuu Isa Guddaarratti Guutummaatti Hirmaadhaa

FUULA 16

FAARFANNAA: 45, 28

Fulbaana 20-26

“Hafuurri Qulqulluun Waan Hundumaa . . . Qoree Bira In Gaʼa”

FUULA 20

FAARFANNAA: 38, 20

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 3-11

Phexros ergamaan, ergaasaa isa lammaffaarratti Kiristiyaanonni yeroo gara dhumaa keessa kan jiraatan taʼuunsaa baayʼee akka isa yaaddesse ibseera. Matadureewwan lamaan kun, guyyaan Yihowaa yoomiyyuu yaada keenya keessaa akka hin banne gochuuf nu gargaaru. Maalirraa fagaachuu akka qabnuufi guyyaa Yihowaatiif qophaaʼuuf maal gochuu akka qabnu ni ilaalla.

MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 16-20

Yeroo midhaan sassaabbii hafuuraa isa guddaa keessa jiraanna. Hojii lallabaarratti guutummaatti hirmaachuuf amalawwan akkamiitu nu barbaachisa? Haalawwan rakkisaa taʼan keessatti waan dandeenye hundaa gochuu kan dandeenyu akkamitti? Matadureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.

MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 20-24

Matadureen kun, gaʼee hafuurri qulqulluun Macaafa Qulqulluu akka hubannu gochuurratti qaburraa dhuunfaatti faayidaa guutuu argachuuf maal gochuu akka qabnu ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

“ Hin Sodaatin! Ani Sin Gargaaraʼo” 12

Ijoolleen Keessan Dubbisuufi Qayyabachuu Akka Jaallatan Godhaa 25

“ Barsiisuuttis Of Kenni!” 29

Dammaqoo Taʼuun Buʼaa Gaarii Argamsiisa 32

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi