Qabiyyee
Sadaasa 15, 2010
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Muddee 27, 2010–Amajjii 2, 2011
Dargaggootaa—Dubbii Waaqayyootiin Geggeeffamaa
FUULA 3
Amajjii 3-9, 2011
Dargaggootaa—Dhiibbaa Hiriyaa Moʼaa
FUULA 7
Amajjii 10-16, 2011
Dargaggootaa—Jireenya Keessaniin Maal Gochuu Yaaddu?
FUULA 12
Amajjii 17-23, 2011
Yihowaan, Gooftaa Hundumaa Gararraa Jirudha!
FUULA 24
Amajjii 24-30, 2011
Amanamummaadhaan Ni Deddeebina!
FUULA 28 FAARFANNAA: 29, 45
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1-3 FUULA 3-16 ▴
Matadureewwan kun keessumaa dargaggootaaf kan qophaaʼanidha. Matadureen jalqabaa, dargaggoonni gorsa Dubbii Waaqayyoo keessa jiruun geggeeffamuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa. Inni lammaffaanimmoo dhiibbaa hiriyaa akkamitti moʼuu akka dandaʼan ibsa. Matadureen inni dhumaa dargaggoonni galmawwan bira gaʼuu dandaʼan akkamii baafachuu akka dandaʼan addeessa.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 4, 5 FUULA 24-32
Olaantummaa Yihowaa akkamitti deggeruu akka dandeessan baradhaa. Amanamaa taʼuu jechuun maal jechuu akka taʼe qalbeeffadhaa. Jireenya Iyoob isa nama qajeelaa turee qoraa. Matadureewwan kun, atis akkuma Iyoobiifi namoota kanaan dura jiraatan kaanii amanamummaadhaan deddeebiʼuufi Yihowaa Isa Hundumaa Gararraa Jirutti maxxantee jiraachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ibsu.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Yihowaan Iyya Warra Gad Deebiʼanii Ni Dhagaʼa 17
‘Nuyi Fuula Waaqayyoo Duratti Wanta Arganne Haa Fidnuʼ 20
‘Iji Hojiisaa Isa Duukaa Buʼeeraʼ 23