LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w11 1/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
w11 1/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Amajjii 15, 2011

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Guraandhala 28, 2011–Bitootessa 6, 2011

‘Maqaa Yihowaatti Kooluu Galiʼ

FUULA 3

FAARFANNAA: 49, 14

Bitootessa 7-13, 2011

Gaaʼelli Kennaa Waaqayyoo Waan Taʼeef Kabajaa

FUULA 13

FAARFANNAA: 36, 40

Bitootessa 14-20, 2011

Qeentee Taʼuu Keessanitti Akka Gaariitti Fayyadamaa

FUULA 17

FAARFANNAA: 26, 53

Bitootessa 21-27, 2011

Qorumsaafi Abdii Kutachuu Moʼuuf Humna Argachuu

FUULA 22

FAARFANNAA: 54, 17

Bitootessa 28, 2011–Ebla 3, 2011

Qorumsa Kamiyyuu Moʼuuf Humna Argachuu

FUULA 26

FAARFANNAA: 49, 17

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 3-7

Yeroo rakkisaa taʼe kana keessatti bakka kooluu itti gallu eessaa argachuu dandeenya? Macaafni Qulqulluun, maqaa Yihowaatti kooluu galuu akka dandeenyu ibsa. Matadureen kun yeroo harʼaattis taʼe, yeroo “guyyaan Waaqayyoo inni guddaan” dhufu eegumsa argachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe addeessa. Matadureen kun caqasa waggaa 2011⁠rratti ibsa kenna.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 2, 3 FUULA 13-21

Gaaʼela godhachuunis taʼe qeentee taʼanii jiraachuun kennaa Waaqayyoo yommuu taʼu, lamaaniyyuu eebba argamsiisan qabu. Gaaʼela kan godhannes taane qeentee, matadureewwan kun sababiiwwan itti kennaawwan kana dinqisiifachuu qabnuufi karaa itti dinqisiifannaa keenya argisiisuu dandeenyu ibsu.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 4, 5 FUULA 22-30

Waadaa isaaf of murteessuudhaan galle raawwachuuf gargaarsi Yihowaa nu barbaachisa. Matadureewwan kun, hafuurri qulqulluun qorumsa, abdii kutachuu, ariʼatama, dhiibbaa gadhee karaa hiriyaa dhufuufi rakkina moʼuuf akkamitti akka nu gargaaru kan ibsanidha.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

7 Dachaa Keessatti Maqaa Waaqayyoo Arguu

9 Rakkina Keessattiyyuu Yihowaa Tajaajiluu Kootiif, Baayʼeen Galateeffadha

31 Wanta Yihowaan Sii Godherratti Xiinxali

[Madda fuula 2rra jiru]

© Stähli Rolf A/age fotostock

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi