LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w11 3/15 ful. 1-2
  • Baafata Mataduree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mataduree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
w11 3/15 ful. 1-2

Baafata Mataduree

Bitootessa 15, 2011

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Caamsaa 2-8, 2011

Hafuura Waaqayyoo Malee Kan Biyya Lafaa Hin Fudhatinaa

FUULA 8

FAARFANNAA: 23, 38

Caamsaa 9-15, 2011

Dhumni Barichaa Yeroo Dhihaachaa Jirutti Yihowaatti Amanami

FUULA 12

FAARFANNAA: 43, 48

Caamsaa 16-22, 2011

Qophaaʼoo Taʼaa!

FUULA 24

FAARFANNAA: 54, 24

Caamsaa 23-29, 2011

Akkuma Ermiyaas Dammaqinaan Eeggadhaa

FUULA 28

FAARFANNAA: 32, 43

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 8-12

Namoonni naannoo keenya jiraatan hafuura biyya lafaa kan calaqqisan taʼaniyyuu, isaanirraa adda taʼuu ni dandeenyaa? Matadureen kun, hafuurri biyya lafaa akkamitti dhiibbaa akka nurraan gaʼu hubachuuf nu gargaara. Akkasumas hafuura Waaqayyoo argachuu ilaalchisee Yesusirraa maal barachuu akka dandeenyu ilaalla.

MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 12-16

Yihowaatti amanamuu jechuun maal jechuudha? Mataduree kana keessatti, Yihowaatti amanamuu jechuun addunyaa haaraan akka dhufu amanuu caalaa wanta dabalatu akka qabu ilaalla. Garaa guutuudhaan karaa Yihowaarra deddeebiʼuufi seerawwan buʼuuraasaa fudhachuu, akkasumas karaa biyya lafaa jibbuu kan dabalatudha.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 24-32

Matadureewwan kun, Nohiifi maatiinsaa, akkasumas Museefi Ermiyaas hojii isaaniif kenname raawwachuufi abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu arguuf qophaaʼoo akka turan ibsu. Namoota kanaafi ilaalcha isaan qabanirraa barumsa akkamii argachuu akka dandeessu ilaali.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Sababii Sobaa Dhiheessuudhaan Of Hin Gowwoomsinaa

6 Gaaffii Dubbistootaa

17 Sababa Itti Gammaddan Qabdu

20 Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa Hin Dagatinaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi