Baafata Mataduree
Fulbaana 15, 2011
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Onkoloolessa 24-30, 2011
FUULA 7
Onkoloolessa 31–Sadaasa 6, 2011
Yihowaan Gaʼaakee Akka Taʼu Gochaa Jirtaa?
FUULA 11
Sadaasa 7-13, 2011
FUULA 16
Sadaasa 14-20, 2011
“Kennaa Sana Akka Argattaniif Fiigaa!”
FUULA 20
Sadaasa 21-27, 2011
FUULA 25
KAAYYOO MATADUREWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 7-15
Yihowaan Lewwootaan, “Gaʼaan kee . . . ana” yeroo jedhu maal jechuusaa ture? (Lak. 18:20) Mirga kana kan qaban Lewwoota qofa turanii? Yeroo harʼaattoo Yihowaan gaʼaa keenya nuuf taʼuu dandaʼaa? Taanaan akkamitti? Matadureewwan qayyabannaa lamaan kun Yihowaan gaʼaa keenya taʼuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe ibsu.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 16-24
Matadureewwan kun dorgommee badhaasa jireenya barabaraa argachuuf goonu hanga dhumaatti fiiguu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu. Gama kanaan gargaarsaafi jajjabina eessaa argachuu dandeenya? Gufuufi wantoota nu takaalan akkamiirraa fagaachuu qabna? Hamma dhumaatti fiiguu keenya itti fufuuf maaltu nu gargaaruu dandaʼa?
MATADUREE QAYYABANNAA 5 FUULA 25-29
Tajaajiltoonni Yihowaa amanamoo taʼan isa biratti kan beekamaniifi fudhatama kan qaban turan. Amalawwan ejjennoo Yihowaa duratti qabnu eegnee jiraachuuf nu gargaaran kamfaʼi? Matadureen kun tokkoon tokkoon keenya akka of qorru nu gargaaruuf kan qophaaʼedha.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Macaafa Qulqulluu Dubbisuun Jireenyakoo Guutuu Jabina Naa Argamsiiseera
30 Haalli Rakkisaan Yeroo Uumamu Akkuma Fiinehaas Gochuu Dandeessuu?