Ittiin Baafata
Amajjii-Bitootessaa 2012
Waaqayyoon Ilaalchisee Sobawwan Dubbataman Shan Ni Saaxilaman!
MATADUREE QOLASAARRA JIRU JALATTI
3 Namni Tokko Si Sobee Beekaa?
4 Waaʼee Waaqayyoo Beekuun Matumaa Hin Dandaʼamu—Kun Dhugaadhaa?
5 Waaqayyo Waaʼee Keenya Hin Yaadu—Kun Dhugaadhaa?
6 Waaqayyo Haaloo Qabata—Kun Dhugaadhaa?
7 Waaqayyo Nama Wal Caalchisa—Kun Dhugaadhaa?
8 Waaqayyo Waaqeffannaa Garaa Qulqulluudhaan Dhihaatu Hunda Ni Fudhata—Kun Dhugaadhaa?
9 Dhugaan Jireenyakee Jijjiiruu Dandaʼa
MATADUREEWWAN YEROO HUNDA BAʼAN
10 Macaafa Qulqulluurraa Baradhu—Maatiinkee Gammachuu Argachuu Kan Dandaʼu Akkamitti?
12 Waaqayyotti Dhihaadhu—“Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluudha Yihowaan”
13 Maatii Gammachuu Qabu—Hiriyoonni Gaaʼelaa Namoota Hafuuraa Taʼuuf Carraaqaa!
16 Macaafa Qulqulluurraa Baradhu—Seerawwan Waaqayyoo Kan Nu Fayyadan Akkamitti?
28 Macaafa Qulqulluurraa Baradhu—Michoota Gaarii Filachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
MATADUREEWWAN DABALATAA
18 Abbootiin Ilmaansaaniitti Caalaatti Dhihaachuu Kan Dandaʼan Akkamitti?
21 Deebii Kanaa Argachuun Barbaachisaa Kan Taʼe Maaliifi?
22 Gaaffileen Kurnan Saalqunnamtii Ilaalchisee Kaʼan Deebii Argataniiru
26 Qajeelfama Macaafa Qulqulluu Hordofuu Kan Qabnu Maaliifi?
30 “Jaallachuun Yeroo Qaba, Jibbuunis Yeroo Qaba”