Ittiin Baafata
Ebla 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
CAAMSAA 28, 2012–WAXABAJJII 3, 2012
‘Ilmi Abbaa MulʼIsuu Barbaadaʼ
FUULA 3 • FAARFANNAA: 27, FAARFANNAA 2
WAXABAJJII 4-10, 2012
Gantummaan Milikkita Barichaati!
FUULA 8 • FAARFANNAA: 18, 32
WAXABAJJII 11-17, 2012
Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajiluu Keessan Itti Fufaa
FUULA 13 • FAARFANNAA: 52, 22
WAXABAJJII 18-24, 2012
Yihowaan Sabasaa Akkamitti Akka Oolchu Beeka
FUULA 22 • FAARFANNAA: 49, 33
WAXABAJJII 25, 2012–ADOOLESSA 1, 2012
Yihowaan Fayyina Akka Argannuuf Nu Eega
FUULA 27 • FAARFANNAA: 15, 23
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 3-7
Yesus karaawwan lamaan kamiin bartootasaafi namoota kaanitti Abbaa mulʼise? Nutoo fakkeenyasaa hordofuudhaan namoota kaanitti Abbaasaa mulʼisuu kan dandeenyu akkamitti? Mataduree kana keessatti gaaffiiwwan kanaaf deebii arganna.
MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 8-12
Yeroo harʼaa gantummaan biyya lafaa keessatti babalʼatus, nageenyaafi tokkummaa maatii Kiristiyaanaas taʼe gumii keessa jiru akka jeequ heyyamuu hin qabnu. Matadureen kun Waaqayyoofi namootaaf amanamoo taanee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 13-17
Yihowaa duratti garaa guutuu akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? Garaa keenya balaa akkamiirraa eeguu qabna? Wanti garaa guutuu qabaannee jiraachuuf nu gargaaru maalidha? Deebiisaa mataduree kana keessatti arganna.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 4, 5 FUULA 22-31
Yeroo “rakkinni guddaan” taʼutti Seexanni humnasaa hundatti fayyadamee saba Waaqayyoorratti kaʼa. (Mat. 24:21) Yihowaan nu oolcha jennee amanamuu kan dandeenyu maaliifi? Dhuma sirnichaa yeroo eeggannu kanatti amanamoo taanee akka jiraannu nu gargaaruu kan dandaʼu akkamiiti? Matadureewwan kana keessaa deebii amantii namaa jabeessu arganna.
MATADUREEWWAN DABALATAA
18 Waggaa Torbaatamaaf Fiixee Uffata Namaa Yihudii Tokkoo Qabadheera
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Obboleettiin tokko Kaanaadaa, bulchiinsa Nunavut, magaalaa Ikwaaluyit qarqara Galaanaa Firoobisheritti birooshura afaan Inuuktituutiin utuu raabsaa jirtuu.
KAANAADAA
BAAYʼINA UUMMATAA
34,017,000
BAAYʼINA BABALʼISTOOTA
113,989
HOJII HIIKKAA
Waajjira damee Kaanaadaa jalatti afaan biyyattiitti dubbatamu 12n barreeffamoonni ni hiikamu